Irra deddeebiidhaan Interneeta yoo fayyadamtan qarshii guddaa fudhataa? Tartiiba kana ilaalaa – በተደጋጋሚ ኢንተርኔት ገብተው ሲወጡ በዛ ያለ ገንዘብ እየተወሰደ..
Feesbuukiin odeeffannoo sobaa fi rakkoo uumuu dandeesisan ittisuuf fooyyaa’insa bal’aa akka godhu beeksisee jira.
LG yeroo ammaa kana immoo bilbila ammayyaa moodeela haaraa hojjechuuf ta’uu ibsameera. Kunis Tekinoolojii jalqabaa
Ebla 17,2019(oroict.com) – Oomishaaleen ‘Microsoft Window’ adda addaa kanaan dura aggaammii hanna saayibarii dhaabbatichi hin beekneef saaxilamee turuu Laboraatooriin dhaabbata Kaaspiraaskii ifoomseera. Yakka hanna saayibarii kana duuba qaamni ykn gareen kamtu akka jiru wanti beekkame hin jiru jedhan. Sababaan xiyyeeffannoo hanna saayibarii kunis yaalii Mi’oota/meeshaalee(devices) murteessoo barbaadan guutumatti too’achuuf jedhameera. Rakkoon kun torbaan darbe(Ebla 10/2019) […]
Twitteriin Eenyummeessaa Fayyadamtoota Kuma 100 cufee ture bifa haaraan gadi lakkise, kunis dhibbeentaa 45 kan bara….
Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni saffisa Bilbila keenyaa dabaluuf oolan: 1. Fakkina Sochii cufuu—Turn OFF Animation Kana gochuufis: Menu -> Setting-> About device-> Build Number irra deddeebinee saffisaan dhoofna hanga yeroo 7 […]
Itiyoo-telekoom tajaajila bilbila moobaayilii kennuu erga jalqabee ganna 20 guute.
Rakkooleen marsariitii Hootelaatiin walqabatee raawwatu Marsariitiin Hootelootaa dhibbeentaa 66% ta’an odeeffannoowwan maamilootaa haala hin eegamneen qaama sadaffaaf dabarfamee
Qafoon ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin isiniif hojjachuu didee isin rakkisa taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu.
Gabaa oduu yeroo hedduu dubbiin itti ho’itu kana keessatti namni itti-gaafatamummaan akka fayyadamuufi seera jalatti akka bulu, mootummaan Itoophiyaa wixinee labsii haaraa baaseera.