Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun maal fayyada, maaltu fooyya’a? Dhuunfaan, Hawaasni, Dhaabbileen akkasumas biyyi hoo?
Rakkoo hoji-dhabdummaa biyya keenyaafi Akka #Afrikaatti humna Oomishaa #Dargaggoota heddu mudate furuuf Dhaabbatni guddichi Idil-Addunyaa Google, #Baajata guddaa ramadee #Dargaggootni Afrikaa Interneetaan akka hojii uummatan hojjachaa jira.
Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama? Hanni ykn cufamuun kun karaa 4 tahuu danda’a
Qinqaanii(Virus) Addunyaaf yaaddassaa ta’e Oomishaalee ‘Microsoft’ duraanii akka haarofmu dirqaa jira.Qinqaaniin WannaCry jedhamu addunyaa guutuu irraa koompitaroota heddu Qadaaduun himame
Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.
Ogeeyyotni Eegumsa Saayibarii Qorannoo adeemsisaniin Deeggarsa Mootummaatiin kan deeggaramu duulli aggaammii saayibarii jalqabuutu himame.Duula aggaammii jabaa kanaaf Biyyootni Afrikaa Giddugaleessaa, bahaafi Kibbaa xiyyeeffannoo keessa galuun himameera.
Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw’achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.
Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera – At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack – oroict.com
Qafoon haaraa fuulleen isaa ofirra dadacha’u ykn walitti cabu kan dhaabbanni SAMSUNG oomishaa jiru Maamiltootni dursanii itti fayyadamuu eegalan fuulleen qafichaa nujalaa cabaa jira jechuun himate dhiyaateen walqabatee dhiyeessiin qafichi gabatti dhufuun tursiisuutu himame.
Qorannoon idil-addunyaa akka eeretti ummanni Miliyoona 23tti tilmaamamu jecha-darbii(password) isaanii 123456 godhatanii fayyadamaa jiraachuu himeera.