Fesbuukiin odeeffannoo irratti mul’atu jijjiiruun maxxansaalee biznasii, daldalaafi miidiyaaleen barreessan haalaan akka hinmul’anne gochuufi. Waltajjii Fesbuukii dhimmoonni maatii fi hiriyaa gidduutti haasaa fi marii fidan irratti xiyyeeffannaa kennuu barbaanna jechuun hojii gaggeessaa olaanaa dhaabbata Fesbuukii Maark Zuukarbarg fuula Fesbuukii isaanii irratti barreessaniiru. Sababa kanaanis maxxansi dhabbattoota akka kanaan duraattii namoota qaqqabuun isaa gadi hir’achaa akka […]
‘SmartPhone’ – Dr Nuredin Luke ~ Ifni moobayilafi meeshalee ‘electronics’ keenya irraa ifu qaama ija keenyaa reetinaa kan jedhamu miidha. Guyyatti sa’aa hedduuf ifa kanaaf yoo of saaxille (keessatu galgala ykn yeroo dukkanaa) turtii yeroo dheeraan booda ijji keenya waan nu fuuldura jiru akka qulqullefattee hin argine godha. ~ Guyyatti sa’aa dheeraaf ifa kanaaf of […]
Ergaa(E-mail) sobaafi deetaa keenya basaasuu dhufu akkamitti Beekna? – OROMO ICT Guyyaa guyyatti ergaalee(e-mails) garagaraa namoota nuti hin beekne irraa nutti dhufaa oolu.Ergaaleen kunneen caluma jedhamee osoo hin taane kaayyoo mataa isaa danda’e kan qabu yoo ta’u garuu Ergaaleen nutti dhufu hundi kan rakkoo qabu jechuun hin danda’amu. Yeroo hedduu yakkamtootni Saayibarii(Cyber-Criminals) yeroo hedduu nama […]
Magaalaa Finfinneetiin ala, Mootummaan Tajaajila Interneetaa Kukkutuun maaliif? Torbaanota darban kan tajaajilli Interneetaa Magaalaa finfinneetiin ala adda citeera. Tajaajilli Interneeta Mobile Itoopiyaa keessatti gara lakkoofsa icciitii – ItiyooTelekoom dhaan ummataaf raabsama. Dargaggoonni karaa yoo cufan – Interneetiin ni cufama, Kakaastotni(Activits) yoo jabaatan ykn ciman – Interneetiin ni cufama, Barattootni yoo mufatan – Interneetiin ni cufama, […]
INTARNEETII IRRATTI OF-EEGGANNOOF BEEKKUMSA BARBAACHISU Kutaa 1ffaa – SHARE Akkamitti Ethio Telecom Facebook Uggura? Yeroo ati intarneeta Ethio Telecom fayyadamtee facebook tahee weebsaayitoota kamuu banuuf tuqxu, garasitti konnekti godhuuf jalqaba gaafiin gara Ethio Telecom’tti ergama. San booda yeroo Ethio Telecom konnekshina hayyamee weebsaayitii tahee facebook sun sii banama. Kana jechuun wanti ati godhaa jirtu Ethio […]
Namoonni hedduu viidiyoo tolaan daawwachuuf Yuutubii filatu. Haa ta’u malee, dawwachuufi ittiin beekamuuf qofa osoo hin taane madda galiis erga ta’e tureera.
Facebook irratti Maqaa keessaniin osoo isin hin beekne Ergaan(message) Hiriyyaa keessanitti maaliif akka argamu beektuu? – Ferhan Abdulselam Maaliif osoo ati quba hin qabne facebook maqaa keetiin ergaa namatti erga? Akkamitti erguu dandaya? SHARE Namoonni gariin website biroo facebook isaaniitiin login godhanii seenuudhaan wantoota tokko tokko kan akka amala namaa raaguu fi kkf share godhu. […]
Akeekachiisa ☜ Please ☞Share =share =share =share walif Bilbilli gabaarraa bittan network biyya kanaa keessatti kan hin tajaajillee fi foorjidii ta’ee kisaaraa keessa akka hin galleef gaafa qafoo moobaayilaa bitnu maal gochuu qabna. 1. Qafoo moobaayilaa bituuf jirtan keessa sim kaardii galchaa 2. *868# irratti bilbiluun filannoowwan sadii isinii dhufa 1-Phone Unlock 2-Switch Lock 3-Check […]
GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam GORSA aktiivisoota biyya keessa jiraniif: Facebook keessan lakkoofsa mobile dhaan banachuu irra gmail filatamaadha. Sababnis mobile keessan ethio telecom too’achuu waan danda’uuf, yoo isinitti xiyyeeffatan mobile keessan gara ofii deebisanii facebook keessan garagalfachuuf isaaniif salphata. Haalli kun email ni ilaallata yoo lakk mobile akka recovery itti fayyadamte. […]
#BeeksisaFuulaFacebookdhaaf kafaluu irratti Gaaffii namoota hedduutiif – Deebiifi Hubannookoo Yeroo ammaa dhaabbanni facebook giddugala daladalaa addunyaa irraa sadarkaa duraa irra jiruufi namootni seeraan itti fayyadaman kan itti durooman, kan wallaale immoo hedduu itti miidhamanii, itti kasaaranii jiru. Namootni keenya hedduu beeksisa #Fuula facebook akka kafalaa jirtan nan beeka, hedduun keessan na mariisiftaniis jirtu. waan beekufi […]