Jijjiirama Afaan Oromoo agarsiisaa jiruufi, HIIKKAAN FEESBUUKII AFAAN OROMOO dabalatee Maaltu JIRA, Ibsa Gabaabaa kana waliif dabarsaa.
Tajaajila Hiikkaa Facebook Afaan oromoofi Haala itti Fayyadama isaa:OROMO ICT Hirmaannaan Hiikkaan Facebook gara Afaan oromootti godhamaa jiru hedduu kan nama gammachiisuufi saffisaan raawwatamaa kan jiru ta’uu isaa ragaleen dhaabbatichuma Facebook irraa argame kan yeroo yerotti dhibbeentaan kaawwamee agarsiisu ifa godha. Haaluma kanaan yerooammaa turtii torbaan tokko hin caalle keessatti dhibbeentaa 31% irra kan gahe […]