Akkuma YuuTuubii, Fuula Feesbuukii irraa GALII argachuun ni dandeessu. #Tartiiba isaa daqiiqaa muraasa booda oroict.com irratti eeggadhaa.
Ruwaandatti Gareen Maaraa (Mara Group) jedhamu Qafoowwan bilbila ammayyaawaa gosa lama ‘Mara X’ fi ‘Mara Z’ jedhamu Wixata kaleessaa Baname, Qafoo jalqabaa ‘Made in Africa’ yeroo jalqabaatiif Afrikatti oomishames jedhameera.
Tooftaa karaa Ergaa Gabaabaa(SMS by short code)tiin #Ethiotelecom Ummata keenya saamuu ittuma fufee jira. Ofeeggannoo guchuu qaba hawaasni
Qophiin hundeeffama #ADM hedduu kan nama hawwatuufi Keessaahuu #ARTISTOOTNI Oromoo hedduun irratti argamaniiru.
Rakkoo hoji-dhabdummaa biyya keenyaafi Akka #Afrikaatti humna Oomishaa #Dargaggoota heddu mudate furuuf Dhaabbatni guddichi Idil-Addunyaa Google, #Baajata guddaa ramadee #Dargaggootni Afrikaa Interneetaan akka hojii uummatan hojjachaa jira.
Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.
Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw’achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.
Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera – At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack – oroict.com
Mark Zuckerberg hundeessaafi Hoogganaa Olaanaa Dhaabbata Feesbuukiiti.
Barruu dheeraa bifa armaan gadiitiin Markitu ‘Washington Post’ irratti maxxanse. kan hiike Abdisa Bencha Jarati
yeroo ammaa Tajaajila Si’ataafi Dorgomaa akkasumas humna hawaasa keenyaa kan giddugaleeffate dhiyeessuudhaan Dhaabbilee Hawaasa keenyaa heddu wajjiin hojii kan eegallee jirra.