Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Addunyaa Ammayyoofte keessatti Faayidaafi Miidhaa Tekinoolojiin Fidee dhufe – Hardha Fayyadamaa AGARSIISTUU IDDOO – Location App ilaalla

Waan dabaati, kaleessuma koompitara koo osoo tuttuqu, agarsiiftuun iddoo banaa(location ON) isa jedhu arge, Rifadhee ol utaale, maaliif akka ta’e ofgaafadhe, irra deddeebi’een yaade, dogoggoraan osoo hin hubatin anumti baneeti ta’a jedhee dafee ofirraa cufe.   ~ Maaliif akka rifadhe isinuu ni beektu, mootummaan biyya tanaa dalagaa biraa waan hin qabneef, Faana nama dhooftee nama […]

Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

#Oduu_Gammachiisaa – Systemiin Hootel/Restaurant/Cafe Haala salphaafi ammayyaawaa ta’een too’achuuf oolu #Xumuramuuf

‘Who minus who’ jechu mitiiree – #Dhaabbatootni Daldalaa Ilmaan Oromoo hedduun(irra caalaan) #Tekinoolojii_Ammayyaawaa hojii irra oolchuudhaan #DALDALA isaanii too’achuu hin jalqabne. Biyyuma #Xoobiyaa tana keessatti garuu kan warra kaanii #Tajaajiluma walfakkaatu #saffisaan, haala salphaan, gatii-salphaan, Humna-namaa Salphaadhaan(simple, effectively, efficiently and low cost) kennaa jiru waan ta’eef #Maamiloota hedduu qabu. Keenya immoo – humna namaa heddu […]

Barnoota Moobaayilaa Lakk. IMEI Qafoo Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

#Qafoo Haaraa Gabaa irraa bitachuufi Qafoo Biyya alaatii firri namaaf ergu irratti #Ummanni Oromoo #Saamamaa ture, ammas saamamaa jira.

Gaaffii yeroo hunda Ummanni keenya itti rakkachaa jiruufi, qabeenyas itti kasaaraa jiru – guyyatti OROMO ICT gaaffii hedduu nu gaafatu, #Miidiyaaleen kunneen maaliif Hawaasa keennaaf hubannoo gahaa hawaasni keenna akka argatuuf maaliif irratti hojjachuu dhaban? #Yeroo ammaa dhaabbanni tokkichi Biyyattii Ethio telecom #System haaraa fidee qafoo #galmeessuudhaan fayyadamaan Mobile kamuu #qafoo galmaahe malee Gahiinsa-Cimdaa dhaabbatichaa(Network […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

#Of-Eeggannoo – *868*1*2# – Gaaffiifi Sodaa namoota hedduu.

#Of-Eeggannoo – 8681*2# – Gaaffiifi Sodaa namoota hedduu. Torbaanota kana keessa ololli “Bilbili network cuufamaa waan jiruuf bilbili keessan akka hin cufamneef mala 8681*2# fayyadamaa!” jechuun ummata burjaajessaa jiru. namootni hedduun lakkadda(Code) kana fayyadamuudhaan Bilbillli isaanii akka saamsamu godhaa jiru. Kana jechuun tooftaa lakkoofsa bilbila keenyaafi qafoo walitti hidhuuf ooludha. Dhaabbanni Telekoomii itoopiyaa, tajaajila yeroo […]

Marsaalee Ammee

Feesbuukiin gara Fuula keenya hubachuutti ol-guddachaa jira.

Malli kun, tooftaa yoo fayyadamaan(user) biraa suuraa keenya eenyummeessaa isaatiif itti dhimma bahe/fayyame hubachuuf ykn beekuuf nu tajaajiluudha. Maamiltootni Feessbuukii yoo fuulli isaanii feesbuukii irratti itti fayyadamame yaadachiisa abbichaa erga. Tooftaan fuula adda baafachu(face recognition) kun Biyyoota Gamtaa Awuroppaa ykn Kanaadaa keessatti akka hojii irra hin oolle baramee jira, sababni isaas naannoo kanatti tekinoolojiin kun […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Maloota sasalphaa Saffisa Koompitara keenyaa dabaluuf nu fayyadan Jahan[6]:

Koopmitarri keessan Saffisa isin barbaaddaniin isiniif banaa? Saffisa isin barbaaddaniin hojii isin barbaaddan isiniif hojjataa? – Rakkoolee Saffisa Koompitara keenyaa hirdhisaniifi Furmaanni isaa kunooti. Koompitarri keenya iddoo hojiitti ykn Mana jireennatti itti fayyadamnu sababoota adda addaa irratti hundaayuudhaan saffisni isaa garagara, osoma koompitara gosa walfakkaatu ta’ee jiruu. Inumaayyuu haala itti fayyadama keennaa, keessattuu hubannoo dhabuudhaan […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Qafoo Moobayilaa

Namootni Cimdaa Haad-Maleessa[WI-FI] fayyadaman hunduu AGGAAMMII Saayibariitiif Saaxilamoodha jedhame – Miidhaa Cimdaa Haadmaleessaa(wi-fi)

Namootni Cimdaa Haad-Maleessa[WI-FI] fayyadaman hunduu AGGAAMMII Saayibariitiif Saaxilamoodha (ALL Your Wi-Fi Connected Devices Could Be Vulnerable to Cyber Attack) Yeroo ammaa addunyaa irratti Yakki saayibarii hedduu babaldhachaa dhufee jira. Sababa kanaan Ogeeyyiin koompitaraa hedduun isaanii hojii yakka saayibarii kana akka hojii dhaabbatatti irratti bobba’anii argamu, kanaaf Mi’oota fayyadamtoota(Users Devices) sadarkaa adda addaa irra jiru irratti […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Qindaa’ina(Setting) Qafoo Mobile Keenyaa Sirreeffachuuf Tartiiba barbaachisu

GPRS Manual Configuration Apparates Name Setting Procedure Remark Nokia Menu>Settings>Connectivity>Packet Data>Packet Data Settings>Active Access Point>Active>Packet Data Access Point>Access Point=etc.com For Nokia 6300,3110c..(For non Smart Nokia phones) BlackBerry Menu>Option>Advanced Option>TCP>APN=etc.com & Name=XXX Techno Menu>Setting>connectvity>data account>option>add PS account>APN=etc.com Iphone Menu>Setting>GeneralSeting>Network>APN=etc.com & Name=XXX Alcatel Menu>Setting>connectvity>data account>option>add PS account>APN=etc.com Samsung Menu>Setting>More>Mobile Networks>Access Point Names>New APN>APN=etc.com & Name=XXX HUAWEI Setting>Mobile […]

Marsaalee Ammee Piroojektii Waa'ee oroict.com

HORDOFTOOTA, MAAMILTOOTA KEENYAAfi UMMATA OROMOO Kabajamoo hundaaf:- OROMO ICT APP

Kaayyoon Garee OROMO ICT ykn www.oroict.com (Qubee Technologies) guddaafi inni ijoon Hanguma dandeettii keenyaatiin, waanuma dandeennuufi beeknuun irratti gama Tekinoolojii Qunnamtiif Odeeffannoo(ICT Concepts) irratti waan ummata keenya ni fayyada jennu isiniif dhiyeessuun HUBANNOO Hawaasa keenyaa cimsuudha. Kanaaf, yeroo yerotti barruuleefi maxxansaalee keessattuu haala yerootiin walqabatan irratti xiyyeeffannee, keessattuu Barnoota Koompitaraa Barnoota Mobile Itti Fayyadama Marsaalee […]