Jecha Darbii{Password] Jechi darbii Furtuu waan hundaati, Yoo jecha darbeii hin qabne #Eenyummeessaa(account) Facebook, Marsariitii adda addaa fi iddoo icciitii jiru kamiiyyuu jecha darbiitiin kan hidhameedha. Jecha darbii keessan Akkamitti eeggachuu qabdu.??? Hayyootni koompuutaraa akka jedhanitti jechi darbii kamiiyyuu ni caba ykn hatama. Garuu Ogeessa dandeettii olaanaa qabu barbaada. Haala salphatti akka isin jalaa eenyummeessaa keessan […]
Akkaataa ykn Tartiiba Teessoo Ergaa[E-mail] Haaraa ittiin Banachuuf isin gargaaru. Teessoon ergaa namootni odeeffannoofi Deetaa garagaraa walii erguuf kan itti tajaajilaman yommuu ta’u yeroo tokko tokko akka Maqaa dhuunfaa kan nama tokko qofa bakka bu’utti tajaajila. Kana jechuun Teessoon ergaa kun Namoota adda addaatiif akka lakkoofsa Eenyummaatti kan kennamu waan ta’eef kan nama tokkoo […]
Yoo Namaa bilbiltan Lakkoofsa Keessan dhoksuuf Yoo nama tokkoo bilbiltan Lakkoofsi keessan lakkoofsa hin beekkamneen ykn lakkoofsa isin bilbiltaniin osoo hin taane lakkoofsa biraatiin akka nama itti bilbilame sana birratti muldhatu gochuun ni danda’ama. Tajaajila kana fayyadamuu namni barbaadu, Tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1) Bilbila keessan banaa [Tap Phone] 2) Tartiibni kun akkaataa qafoo keessaniitiin […]
Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneeta[Broadband, Wi-Fi, 4G, 3G, EVDO, CDMA] Keenyaa hirdhisuu danda’an Saffisni Tajaajila Interneetaa ofii isaatii gadi hin bu’u ykn hin dadhabu. Saffisni Interneeta isin fayyadamaa jirtanii yoo dadhabaa ta’e, Saba malee miti. Sababootni Saffisa Interneetaa takaaluu danda’an keessaa muraasni: • Mi’ootni[device] hedduu sarara sana irratti hidhamanii yoo walirraa qooddachaa jiraatan • Hombololeettii/Qilleensa yabbuu […]
KOOMPUUTARAA FI IJA KEENYA. Dr. Gurmeessaa Namoota yeroo dheeraaf koompuutera fayyadamtan yikaan moobayila irraa chat gootaniif akka iji keessan hin miidhamne eeggannoowwan akkamii gochuu qabduu? Sadarkaa ifaa (brightness) koompuutera keessanii akka inni ifa naannoo keessa jirtanii waliin walfakkaatutti adjust godhadhaa. Fakkeenyaaf screen computeera keessanii fuula keessanitti akka madda ifaatti ifa baasaa jira taanaan ol […]
AFAAN OROMO GOOGLE TRANSLATE FORUM Akkuma Beekkamu torbaan darberraa kaafnee iyyata xalayaa.com Gara Dhaabbata Guddaa aadunyaa keenyaa kan ta’e Google barreesse jalatti ilmaan Oromoo hedduun Gaaffiin kun kiyyas, nallee ni ilaallata (Yes ykn I Support) Jechuun gara Dhaabbata kanaa ergaa turre. Wanti namtti tolu, Dhaabbatni Google Gaaffii keenyarratti mari’atee jira, Dhugaa jiru baree […]
MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA?: OROMO ICT Marsaan Hawaasummaa[social median fkn: Facebook, viber, twitter, IMO… fikkf] Guutumatti adda citee jira. #Tooftaalee Tajaajiloota isin dide sana deebiftanii argachuu dandeessaniin naannoo amma interneetni isii hojjachaa jiru fkn Harargeen fa’a dafaatii #TOOFTAALEE armaan gadii fayyadamaa of qopheessaa……….. #OROMOICT MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA? Ilmaan Oromoo Hundaaf:-Keessattuu warra Biyya keessaatiif Biyyoota […]
Icciitenya(security) Eenyummaa Facebook keessanii eeggachuuf tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1.Ergaan na beeksisii akka isiniif kennamu godhaa(enable login notification)… Kunimmoo yeroo eenyummeessaan keessan iddoo(locatio), Koomputara/Mobile Haaraa irraa banamu akka bifa ergaa gabaabaatiin Bilbila ykn email keessan irratti isin beeksisuuf kan oolu yommuu ta’u Namni Eenyummeessaa keessan hatuuf deemus yoo jiraate lakkoofsa icciitii isiniif ergame sana malee […]