Bilbila ykn Koompitara Argii too’achuu(Screen Monitoring), Fageenyarraa too’achuu(Remote Monitoring) fi Gahiinsa Fageenyarraa(Remote Access) yeroo arginu maqaalefi hojiinsaanii walitti dhiyaata, Garuu garaagarummaa guddaa qaba.
Qafoon ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin isiniif hojjachuu didee isin rakkisa taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu.
Gaaffii yeroo hunda Ummanni keenya itti rakkachaa jiruufi, qabeenyas itti kasaaraa jiru – guyyatti OROMO ICT gaaffii hedduu nu gaafatu, #Miidiyaaleen kunneen maaliif Hawaasa keennaaf hubannoo gahaa hawaasni keenna akka argatuuf maaliif irratti hojjachuu dhaban? #Yeroo ammaa dhaabbanni tokkichi Biyyattii Ethio telecom #System haaraa fidee qafoo #galmeessuudhaan fayyadamaan Mobile kamuu #qafoo galmaahe malee Gahiinsa-Cimdaa dhaabbatichaa(Network […]
Ofeeggannoo: Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan Kanaan booda Itoopiyaa keessatti Qafoo argitan bittanii fayyadamuu waan hin dandeenyeef, Gorsa armaan gadii hordofuun dirqama. Qafoon tokko yeroo hojjatamu lakkoofsa qafoo ykn lakkoofsa addaa kan dijiitii15 qabu IMEI jedhamu wajjiin hojjatama. Lakkoofsa Koodii IMEI kana beekuuf *#06# jechuun Mobile keenya irratti barreessinee yoo […]