Qorannoon idil-addunyaa akka eeretti ummanni Miliyoona 23tti tilmaamamu jecha-darbii(password) isaanii 123456 godhatanii fayyadamaa jiraachuu himeera.
Ebla 17,2019(oroict.com) – Oomishaaleen ‘Microsoft Window’ adda addaa kanaan dura aggaammii hanna saayibarii dhaabbatichi hin beekneef saaxilamee turuu Laboraatooriin dhaabbata Kaaspiraaskii ifoomseera. Yakka hanna saayibarii kana duuba qaamni ykn gareen kamtu akka jiru wanti beekkame hin jiru jedhan. Sababaan xiyyeeffannoo hanna saayibarii kunis yaalii Mi’oota/meeshaalee(devices) murteessoo barbaadan guutumatti too’achuuf jedhameera. Rakkoon kun torbaan darbe(Ebla 10/2019) […]
Rakkooleen marsariitii Hootelaatiin walqabatee raawwatu Marsariitiin Hootelootaa dhibbeentaa 66% ta’an odeeffannoowwan maamilootaa haala hin eegamneen qaama sadaffaaf dabarfamee
Hattootni odeeffannoo koompitaraa bara darbe kana Sirna haaromsa Moosajjii koompitara ASUS sakaaluudhaan odeeffannoo fayyadamtoota koompitara ASUS Mil.1 ol ta’an irratti Moosajjii basaastuu(Malware) itti gadi lakkisuun beekkameera.
- 1
- 2