Bilbila ykn Koompitara Argii too’achuu(Screen Monitoring), Fageenyarraa too’achuu(Remote Monitoring) fi Gahiinsa Fageenyarraa(Remote Access) yeroo arginu maqaalefi hojiinsaanii walitti dhiyaata, Garuu garaagarummaa guddaa qaba.
Namni karaa bilbilashee hordofamaa, basaasamaa turte Eemii jedhamti. Abbaan manaashee odeeffannoo waa’ee hiriyootashee gadi fageenyaan itti himuu wayita inni eegalu seenaan kun hundi raawwatamaa turuusaa hubachuu eegalte.
Tooftaa karaa Ergaa Gabaabaa(SMS by short code)tiin #Ethiotelecom Ummata keenya saamuu ittuma fufee jira. Ofeeggannoo guchuu qaba hawaasni
Qafoo Ammayyaawaa irratti Ergaan gabaabaan ergamu Yakka Hanna Odeeffannoo Saayibariitiif akka Fayyadamtoota saaxiluu danda’u beektuu?
Faayiloota suuraa keessatti dhoksuu jechuun maaliidha yoo jennee ilaalle, suuraa/photo/ keessatti faayiloota akka docx, pdf, fi kkf suuraa keessatti galchuudhaan, akka namni biraa hin ilaalletti dhoksuu jechuudha.
- 1
- 2