Bilbila nu jalaa bade/hatame, Fageenya irraa itti bilbiluu(ring), Saamsuu(lock) ykn Qulqulleessuu(Erase or format) gochuufi iddoo inni jiru ilaaluuf: OROMO ICT Yeroo ammaa bilbilli jireenya keenya keessatti iddoo olaanaa qabachuu bira darbee gahee guddaa taphachaa jira. Namootni hojii hedduu haala salphaan hojjachuuf dandeessiseera. Hojii xaxamaafi dadhabsiisaa turan haala salphaafi yeroo gabaabaa keessatti akka hojjatamuuf dandii […]
The basic premise of search engine reputation management is to use the following three strategies to accomplish the goal of creating a completely positive first page of search engine results for a specific term…
Hiriyyoota Facebook Hadoodan(INACTIVE) ta’an yeroo tokkoon tooftaa ofirraa qulqulleessuu/balleessuuf(Deleting Inactive Facebook inactive Friends in Bulk): KUTAA 1ffaa: OROMO ICT Tajaajila dhaabbanii guddichi marsaa hawaasaa FACEBOOK maamiltoota isaatiif kennu keessaa tokko, maamiltoonni ykn fayyadamtootni hiriyyummaa akka walgaafatan gochuudha. Haaluma kanaan namni maamila dhaabbaticha kanaa ta’e tokko yoo fedhe nama biroo)firasaa, hiriyyaa dhiyotti walbeekuun, maatiisaa, hiriyyoota fageenyi […]
XIYYEEFFANNOO wanti nuti barreesine kun barnootaa fi hubannoof haa ta’uuf qofa. Haala nuti barreesine kana hordofee namni kamiiyuu yoo weebsaayitii nama tokko yookiin dhaabbata tokkoo irraan miidhaa geesse nuti itti gaafatamummaa kan hin fudhanne tahuu beekuu qabdu!! kkam naga keessanii jedhee jira hunda keessanuu. Guyyaa darbe akkaataa mala SQL injection jedhamu fayyadamuun weebsaayitiilee hack ittiin godhan […]
Maxxansa kana dubbistee miidhaa kamiiyyuu marsaalee garagaraa irratti yoo kan adeemsiftu taate, nuti itti gaafatamummaa kan hin fudhanne tahuu isin beeksifna. kaayyoon barreeffama kanaa barnoota isin barsiisuuf qofaadha!! Har’a akkaataa website garagaraa tooftaa SQL injection jedhamu fayyadamuun hack ittiin godhuun danda’amu haala salphaa fi ifa ta’een barreessuuf yaalee jira dubbisaa. SQL injection jechuun maali? SQL […]
Bibila bade irraa akkamitti Facebook keenya Cufuu[Logout] dandeenya? Namni hedduu facebook bilbilasaarratti yemmuu fayyadamu irra deddeebi’ee waan banuuf Bilbilli nama sanaa Eenyummeessaa[account] nama sanaa [email/bilbilaafi jecha darbii[ Password] isaallee ni yaadata. Kanaafuu namni Bilbila sana argate bilbila sana ooo daataan hin badin banannaan Facebook nama sanaa salphatti seena jechuudha. Eeyyen namni hedduu guyyaa guyyatti bilbila […]
Koompuutara keenya Haala Kamiin Boqachiisuu dandeenya? Koompuutarri keenya akkuma keenya ni dadhaba. Yeroo hojiin itti heddumatus saffisa duraan qabu dhabee dadhabaa dhufa. Mee hardha Koomputara Laptop keenya haala kamiin boqachiifna isa jedhu ilaalla. Maarree koompuutarri keenya yeroo hojii hedduu hojjate ykn saa’atii dheeraaf hojiirra ture ni dadhaba erga jennee malootni ykn tooftaan koompuuatara keenya boqochiifnuun […]
Imo’n maaliif mallaqa humnaa ol lakkaaya? Eeyyen, Imon akkuma warra kaanii marsaa hawaasaa kan namni tokko sagaleen, suursagaleen, akkasumas barreeffamaan kan ittiin walqunnamuudha. Imon akkuma warren kaanii kan walqunnamtii hawaasaatiif hojjatame yommuu ta’u warreen kaanniin kan akka twitter, whatsup, facebook fa’a ta’us Imon maaliif mallaqa akka addaatti lakkaaya gaaffii jedhuuf immoo wantoota ijoo lama kaasuun […]
Maloota 7’n Maxxansootni keessan kararraatti[Online] dhoobdan Hordoftoota hedduu bira akka isinii gahuuf hordofuu qabdan. Maxxansootni karaarratti namni yeroo hedduu irra deddeebi’ee barreessu maaliif barreeffama, eenyuuf barreeffama, namni barreessu maaliif barreessa eenyuuf barreessa jedhee of gaafatee beekaa namni hedduu? Maxxansoota keenya karaarratti[online] barreessinu namoota hedduu bira akka gahu namni hin barbaadne hin jiru. Garuu akkaataa kamiin […]
OFEEGGANNOO!! 👉🏻 Share (Waliif dabarsaa) Spyware[Software Basaastuu] Maali: Farhaan Abdulsalaamiin! Spyware (Softiweera basaastuu) : softiweera hamaa osoo ati hin beekin sitti ergamee odeeffannoo kompiyuutara keetirra jiru hayyama keetiin ala osoo ati quba hin qabaatin gara kompiyuutara biraatti dabarsuudha. Wanti inni godhuu dandayu cimina spyware saniitu murteessa. Fkf, kan iskiriina kompiyuutara keetii akkuma jirutti waraabuun […]