Tajaajilli intarneetii dhaloota 5ffaa jalqabaa buufata baaburaa Shaangaayitti ifoome. Tajaajilli intarneetii dhaloota 5ffaa kun yoo ifoomu addunyaarratti kan jalqabaati. Tajajailichis Chaayinaa magaalaa Shaangaay buufata baaburaa Hoongishiyaamitti ifoomera. Tajaajilichas hojjettoonni baaburaa fi imaltoonni yaalaa jiru. Maamiltoonnii fi hojjettoonni baaburichaa miiliyoona 60 ta’an tajajaila intarneetii dhaloota 5ffaa kanatti fayyadamuu eegalaniiru. Tajaajilichi sakandii […]
Kaappitaal 54 hojii teeknooloojii Ityoophiyaa deeggaruuf Birriii miiliyoona 6 gumaache. Dhaabbatichi Ityoophiyaatti dameewwan addaddaarratti bobba’ee hojjechaa jira. Hojiileen qorannaa bu’aa, tajaajilaa fi qabeenyatti akka geeddaraman, carraa hojii teeknooloojii jajjabeessuufi marsaa jalqabaatin Birrii miiliyoona 6 kan gumaache. Waliigaltee tumsaas ministir deettaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Shuumatee Gizaawii fi hundeessaan Kaappitaal 54 Sa’iid Awwayid mallatteessaniiru. Maddi: FBC
Bilibilli haaraan kun bilbiloota kanaan dura turan irraa bifa adda ta’een suura sirreessuu kan danda’u ta’uu fi suurduubee (suura duuban) fakkiiwwan galan miidhagina kan qaban qabatee dhiyaachuun ibsameera.
Dhaabbanni Feesbuukii Fayyadamaa icciitenyaa fayyadamuudhaan dhaabbilee dorgomtootaa basaasaa turuu Paarlaamaan Ingliizi ifoomseera.
Feesbuukiin Fayyadamaa ONAVO kan Abjataa cimdaa Mattayyaa(Virtual private Network-VPN) fayyadmuudhaan Tekinoolojii Dhaabbilee dorgomtootasaafi fakkaattota basaasaa turuun himameera.
Akka maddootni toora interneetaa heddu himaa jiranitti, Dhaabbanni SAMSUNG hundeeffamasaa waggaa-10ffaa sababeeffachuudhaan Qafoo Samsung Galaxy S10, S10+, fi S10e jedhaman dhiyotti gadi-lakkisuuf qophii xumuree jira jedhu.
Feesbuukiin ergaa #Messenger irraan walitti ergamuf tajaajila #Unsend jedhuu eegaluu ifoomseera. Kana malees hardha tajaajila #Ergaalee asiin dura Messanger irratti nama dhuunfaafi Gareerratti ergame balleessuuf kan dandeessisu tajaajilli kan dur dhaabbatichi qofti itti fayyadamaa ture Fayyadamtootaaf gadi lakkifameera
Gaazexeessitoota Teenya Dhaabbata BBC Afaan Oromootiif.– #Ergaa kana share godhaa BBC News Afaan Oromotiin naa gahaa ******************************************************* Gaazexeessitootni keenya BBC Afaan Oromoo keessa jirtan Hojii boonsaafi saba keenya ceesisu yeroo gabaabduu keessatti hojjattanii nutti agarsiiftanii jirtu, gara fuulduraa hanga akka hojjachuu dandeessaniif humna jabaa isin keessa jiru ifatti raggaasifattanii jirtu. Haa tahuu malee Yeroo add […]
Oduu Gaddaa Hawaasa Tekinoolojiitiif! Abbaan Argannoo Interneetaa – Larry Robert du’aan boqotan. Saayintistiin Ameerikaa, bocaafi ijaarsa Interneeta amma fayyadamnuuu kana hojjate, Larry Robert umrii 81ffaatti boqate. Dr.Rooberti Saayintistii beekkamaa addunyaa kanaa yommuu tahu, Bobbocaafi Ijaarsa Tekinoolojii ammayyaa akka Interneeta tahuuf nama gahee taphate ture. Dhuma 1960 keessa Dr.Robert damee ‘US Advanced Research Projects Agency(Arpa)’ kan […]
Did you know? Scientists are able to use deoxyribonucleic acid (DNA) to store and retrieve texts, images, audio, videos and and other digital data up to 10,000 gigabytes in size can be stored in an extremely tiny strand of DNA. They were able to do this with 100 percent accuracy! Humanity has a data storage […]
Eenyummeessaa Feesbuukii keessanii fayyadamuu dadhabdanii? Eenyummeessaa keessan yoo fayyadamtan ykn hiriyyaan keessan maxxansa keessan yoo dubbisuuf yaalu, ‘RAKKOON UUMAME JIRA! – Something went wrong‘ isiniin jedhaa? Eenyummeessaa keessan rakkoon maalii akka mudate wallaaltanii jirtu yoo tahe, Akkasunas furmaata barbaadaa jirtan yoo ta’e akka asiin gadiitti tartiibaan dhiyeessineerra. Akkuma ergaan bifa yaadachiisaatiin isinitti ergame “something went […]