Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Madda banaa marsaa bootstrap hojjachuuf si tajaajilu

kabajamtootaa fi jaalatamtoota oromo ict akkam jirtu? nageenyi badhaadhaa? ni yaadattu yoo tahe fuula keenya facebook irratti, marsaan bootstrap hojjachuuf kan isin gargaaru, madda banaa/open source/ tokko isiniif maxxansina jennee turre. Nutis waadaa keenya eegnee, maddiocha kana qabannee dhufnee jirra. Isinis hidha itti aanu kana irraa buufachuudhaan, akka fedhii keessaniitti itti fayyadamuu dandeessu. Madda banaa […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila Android isin Jalaa Saamsame Osoo Deetaan isin jalaa hin badin akkamitti Banattu[Unlocking Android Smart Phone Pattern without losing Data]: OROMO ICT

Bilbila Android isin Jalaa Saamsame Osoo Deetaan isin jalaa hin badin akkamitti Banattu[Unlocking Android Smart Phone Pattern without losing Data] Yeroo ammaa bilbilli Android Bilbila baldhinaan addunyaa keenya keessatti namni hedduu fayyadamaa jiru ta’uu hedduu keenyaaf ifa, ittis fayyadamaa jirra. Kanuma Hubannoo keesssa Galchuun Injiinarootni dhaabbata GOOGLE xiyyeeffanna guddaa kennanii Bilbila kana icciitessuuf hojjachaa jiru. […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Deetaa Kuustuu[computer, Memory, SD Card ykn Flash] irraa bade/dhokate deebifachuu dandeessu: OROMO ICT

Deetaa Kuustuu[computer, Memory, SD Card ykn Flash] irraa bade/dhokate deebifachuu dandeessu: OROMO ICT Daataa Kuustuu[Computer, Memory, SD Card ykn Flash] Keessan irraa dhabdanii beektuu? Eeyyen, namootni hedduu deetaa[file] barbaadan yeroo hedduu saboota garagaraatiin jalaa dhokata ykn bada. Isaan keessaa • Osoo hin beekin Qulqulleessuu [formating files] • Balleessuu[Deleting files] • Qinqaanii Faalamuu kuustuu sanaa [affected […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Hiriyyaa Amanamaa[Trusted Contacts]: OROMO ICT

   Hiriyyaa Amanamaa[Trusted Contacts] Eenyummeessaa Facebook keessan yeroo barbaaddanitti, ykn yeroo rakkinnatti Hiriyyaan keessan isiniif too’achuu akka danda’u beektuu? Kanaan booda Hayyootni/Beektotni, Namootni Facebook irratti beekkamtii guddaa qabaniif hordoftoota heddu qaban fi namni kamuu Eenyummeessaan[account] keenya hatame, cabe, jallate, rakkoo godhate, dhukkubsate, Mataaan Bowwaafate fi kkf jechuun hin jiru. Eeyyen! mala kana fayyadamna taanaa: Teessoo […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO

Marsaalee ugguraman VPN Opera’tiin daawachuuf

Marsaalee ugguraman VPN operaatiin daawachuuf Har’a akkuma baratame, wanta guddaa tokko isiniif qooduu barbaade. Hedduun keenya moobayila keenyaafis haa tahuu koompiitara keenyaaf ‘browser’ gaariidha jennee kan filannu Opera dha. Sababni namni hedduun Opera filatuuf, saffisa isaa fi qusannoo inni maallaqaaf qabuuti. Bara darbe kaampaanichi moosaajilee maallaqa heddu fixan kan too’achuuf gargaaru, tajaajila Opera Max jedhamu […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Bilbila isin jalaa bade yookiin hatame barbaaduuf: OROMO ICT

Bilbila isin jalaa bade yookiin hatame barbaaduuf: OROMO ICT Bara kana keessa bilbila gatuun keessattuu immoo bilbiloota haaraa hatuun beekkamaadha. Meeqaa keenyatu gatee quba of ciniinaa jira laata? Akkuma “kan waraane dagatus, kan waraanname hin dagatu” jedhamu sana kan moobayila ofii gate ykn jalaa hatamte hin dagatu. Osoo yaadaan isin hin fageessin mee gara dubbii […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Baasii Interneeta Mobile Qusachuuf Tartiiba kana Hordofaa:-OROMO ICT

Baasii Interneeta Mobile Qusachuuf Tartiiba kana Hordofaa:-OROMO ICT Baasii Interneetaa yeroo Mobile Keessaniin Fayyadamtan Qusachuuf Tartiiba armaan gadii hordofaa Maloota shanan, Mobile Keenyaan yeroo interneta fayyadamnu Maallaqa akka nutti hin lakkoofne,gochuuf tartiiba kanaa gadii hordofaa…… OROMOICT    Mala isa duraa(1ffaa) 1. Settings seenaa 2. Developer Options filadhaa 3. Background process Limit keessatti 4. No Background […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila Ammayyaawaa[SMART Phone] keessan Qulqullinna olaanaan qabachuuf ulaagaa barbaachisu.

Bilbila Ammayyaawaa[SMART Phone] keessan Yeroo Hunda Qulqullinni isaa akka eeggametti Fayyadamuuf tartiiba armaan gadii hordofaa: Bilbilli keessan dandeettiin yeroo bitattan qabuufi yeroo xiqqoo ture qabu jijjiiramaa deemee, hirdhachuun gara dhumaatti dadhabaa ta’a. Dandeettiin bilbilli Smart phone keessan qabu akkasumatti yeroo dheeraa akka turuuf tartiiba armaan gadii hordofaa. Sirna Wiirtuu[Operating System [OS]] qafoo keessanii haaromsuu[keep update […]