Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Dhaabbanni Itiyoo-Teelekoom tajaajilawwan kennuu garaa garaa irratti gatii hir’isuu beeksise.

Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kenneen, tajaajila intarneetii daataa moobaayilii irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhiibbantaa 54 taasiseera jedhe. Akkasumas tajaajila bilbila sagalee irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 40 fi ergaa barreeffamaa gabaabaa irratti ammoo dhibbeentaa 43 taasisuu himeera. barameera. Haaluma kanaan tajaajilli bilbila sagalee duraan daqiiqaatti saantima 83 ture gara […]

Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Itiyootelekoom Maamiltoota Mil. 66.2 horateera

Maamiltootni Ethiotelecom yeroo amma: ~ Mil.66.2 Maamiltoota waliigala Dhaabbatichaa yoo ta’an ~ Mil.64.4 Maamiltoota bilbila Harkaa ~ Mil. 1.2 Maamiltoota bilbila Manaa ~ Maamiltootni Tajaajila Interneetaa Mil.16 ta’uu dhaabbatichi ibseera Akka karoora dhaabbatichaatti, dhuma waggaa bara kanaatti Dhaabbatichi Qarshii Bil. 29 walitti qabuuf kan karoorfatee ture yommuu tahu ji’oota saglan darbanitti Qarshii Bil.27.7 kan walitti […]

Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Facebook Tajaajila NYAATA Toorarraa ajajachuu(Food Ordering Service) Eegale

Dhaabbanni Facebook Tajaajila NYAATA Toorarraa ajajachuu(Food Ordering Service) Eegale Mark Zuukerbargi ammas waan haaraa qabatee nuuf dhufeera. Amma irraa eegaltannii Facebook fayyadamuun nyaata ajajachuu akka dandeessan beeksiseera. Kunimmoo tajaajiloota asiin dura karaa toorarraan ntaata ajajachuutiin garaagarummaa kan qabuudha. Akka dhaabbanni Facebook jedhutti, HaalumaMana nyaataa irratti hundaa’uun Nyaaticha ajajame ofii fudhachuu ykn iddoo barbaadametti akka geeffamutu […]