Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Itiyootelekoom Maamiltoota Mil. 66.2 horateera


Maamiltootni Ethiotelecom yeroo amma:
~ Mil.66.2 Maamiltoota waliigala Dhaabbatichaa yoo ta’an
~ Mil.64.4 Maamiltoota bilbila Harkaa
~ Mil. 1.2 Maamiltoota bilbila Manaa
~ Maamiltootni Tajaajila Interneetaa Mil.16 ta’uu dhaabbatichi ibseera

Akka karoora dhaabbatichaatti, dhuma waggaa bara kanaatti Dhaabbatichi Qarshii
Bil. 29 walitti qabuuf kan karoorfatee ture yommuu tahu ji’oota saglan darbanitti Qarshii Bil.27.7 kan walitti qabe tahuu beeksiseera.

 


OROMO ICT

Author

abdiisaa

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *