Hogganaan Imaammata Nageenyaa Feesbuukii Naatinaa’el Gileecher ibsa miidiyaaleef kenneen, fuulawwanfi, Eenyummeessaawwan sobaa 176 Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo maxxansan ugguramuu hime. Dhaabbatichi kan kana beeksise Gabaasa Amaloota Qindaa’aa waan jedhan hin fakkaanne [Coordinated Inauthentic Behavior] jechuun guyyaa Roobii baaseen. Qorannoo gaggeeffameen Eenyummeessaalee Feesbuukii 65, fuulota Feesbuukii 52 fi Gareewwan 27 fi Eenyummeessaa Inistaagiraamii 32 haqamaniiru. Fuulawwan, Eenyummeessaalee fi gareen […]
Feesbuukiin keenya hatamuu maloota ittiin beekuu dandeenyu[how do you know if your facebook is hacked] Duraan dursinee akkamitti ogeeyyiin koomputaraa haala kamiin Eenyummeessaa keenya hatuu/cabsuu danda’u isa jedhu ilaalla. 1) Malli Eenyummeessan facebook keenyaa hatamuun inni duraafi ijoon mala PHISHING jedhamuun. Malli kun mala namni eenyummeessaa keessan irraa dhimma qabutu bifa ergaa keessoo(inbox) dhaan barreeffama […]