Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Odeeffannoo Daldalaa

Feesbuukii Fayyadamuudhaan Qabxiilee ijoo Daldala keessan milkeessuuf Oolan.

Yeroo ammaa Feesbuukiin dhaabbata guddaa Sadarkaa Idil-Addunyaatti dursaa jiru yommuu tahu hojiilee keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa jira. Kana jechuun Tekinoolojiin Feesbuukii daldala ammayyaatiif bu’aalee addaa heddu qabatee dhufeera. Hojii keenya(Daldala) keenya keessatti galii keenya guddisuufi fayyadamaa tahuuf carraalee tekinoolojiin Feesbuukii nuuf fidee dhufe beekuun dirqama taha. Carraaleen kun maalfa’a? akkamittimmoo itti fayyadamuu […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa

Dhaabbilee keessatti gahee tekinoolojiifi Giddugala tokkorraa too’achuu

Faayidaa Giddugala-tokkorraa dhaabbilee heddu Tekinoolojiidhaan too’achuu Tokkummaan humna jedhama mitiiree…! Wajjiin hojjachuun humna. Tokkoomuudha, walcimsuudha, wajjiin guddachuudha, yoo kufanis wajjiin kufuudha(wajjiin hojjatanii kufuun hin jiruuyyu), yoo moo’atanis wajjiin moo’atanii milkaayuuf karaa saaqa. Ummanni keenna aadaa wajjiin hojjachuu hin qabu, hunduu karama ofii fiiga, hanguma sana reef waldeeggaruufi waliin hojjachuus akkasumas yaadaan wal-utubuu eegale. kun waan […]