Eenyummeessaa Feesbuukii BILBILAAN Baname akkamitti gara #E-MAIL jijjiirachuu dandeenna? Yeroo ammaa Addunyaa guutuu irraa, iddoo gahiinsi(covarage) Interneetaa jiru hundarraa ummanni keenya irra caalaan tajaajila Feesbuukii fayyadamaa jira. Tajaajila Feesbuukii argachuuf Maamilli(user) tokko duraan dursee Teessoo Ergaa(e-mail) ykn Lakkoofsa Blbila hojjachaa jiruu qabaachuu qaba. Kanumarraa ka’uun fayyadamtootni tajaajila Feesbuukii hedduun isaanii, keessattuu biyyoota guddina irra jiran […]
Facebook irratti Maxxansaalee hin barbaadne Ugguruufi kanneen barbaaddan qofa ilaaluu dandeessu. #Uggurri(Block) gosa 6 oltu jira. – OROMO ICT – #SHARE godhaa waliif dabarsaa Yeroo amma dhaabbanni Feesbuukii Dhaabbilee marsaalee tajaajila Hawaasaa keessaa jaalala olaanaa kan horate waan ta’eef, Kaayyoo isaa tajaajila hawaasaa irratti xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjachaa jira. Inumayyuu haala saffisa tekinoolojii kanaa yoo […]
Marsaalee Hawaasummaa, Faayidaaleefi miidhaa isaanii: Kutaa 1ffaa Marsaaleen Hawaasaa , giddugala marsaalee adda addaa kanneen hojiilee dhuunfaa, gareefi dhaabbata adda addaa ittiin too’achuuf, ittiin walitti qabuuf kan gargaaruudha. Marsaaleen kun Cimdaa Hawaasummaatiin namoota dhuunfaa, firaafi hiriyyoota addunyaa gargaraa walitti fiduun Hariiroo hawaasummaa cimsuu, ijaaruufi Addunyaa bara ammaa kana ganda tokko gochuu bira darbee Jaarraa Odeeffannoo […]
Icciitenya(security) Eenyummaa Facebook keessanii eeggachuuf tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1.Ergaan na beeksisii akka isiniif kennamu godhaa(enable login notification)… Kunimmoo yeroo eenyummeessaan keessan iddoo(locatio), Koomputara/Mobile Haaraa irraa banamu akka bifa ergaa gabaabaatiin Bilbila ykn email keessan irratti isin beeksisuuf kan oolu yommuu ta’u Namni Eenyummeessaa keessan hatuuf deemus yoo jiraate lakkoofsa icciitii isiniif ergame sana malee […]