Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Iyya’aan(Browser) Firefox Akeekkachiisa Marsariitii hatame fayyadamuu dhoorku hojjachaa jira.

Iyya’aan(Browser) Firefox Akeekkachiisa Marsariitii hatame fayyadamuu dhoorku hojjachaa jira. Iyya’aan(Browser) Firefox Akeekkachiisa Marsariitii hatame fayyadamuu dhoorku hojjachaa jira. (Firefox “Breach Alerts” Will Warn If You Visit A ‘Hacked’ Website)  Iyya’aan Mozilla Firefox jedhamuun beekkamu, Fooyya’iinsa isaa dhufu (Firefox 57 version) kan “Firefox Quantum.” jedhamuun moggaafame kanatti waan haaraa tokko dabalee gadi  gadi lakkisuuf akka ta’e […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Bilbilli Keessan Nama biraatiin hidhamee[‘hordofamaa’] Jiraachuu akkamitti beekuu dandeenya?

Bilbilli Keessan Nama biraatiin hidhamee[‘hordofamaa’] Jiraachuu akkamitti beekuu dandeenya? Eeyyen, Biyya Itoopiyaa tana keessatti namni hedduu bilbila ni  shakka, bilbila keenya hidhanii dhageeffachuu danda’u sodaa jedhutu muldhata. Kanumarraan ka’ee namootni hedduu icciitii keessa isaanii jiru bilbilaan haasawuu yeroo sodaatan hedduu argina. Kanaafuu, Bilbilli keenya hidhamee jiraachuufi dhiisuu salphamatti beekuu dandeenya. Kunis: Lakkaddaa(Code) : ‘*#21#’ jedhurratti […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Yeroo Koompitara irratti waa hojjannu Koompitarri akka ofumaa olkaa’u gochuu(Auto Saving Our work on computer)

Yeroo Koompitara irratti waa hojjannu Koompitarri akka ofumaa olkaa’u gochuu(Auto Saving Our work on computer) Mee dhugaa haa dubbannuu, namni koompitara fayyadamee beeku, osoo isin waa barreessaa jirtan, osoo waan barreessitan sana olhin kaayatin isin jalaa badee hin beekuu? dookumantii hatattamaan fa’a barbaaddan dursitanii olkaa’uu dagattanii osoo barreessaa jirtan, barreessitanii yeroo xumuruu geenyu fa’a Ifaan […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Moosajii basaastuu akkamitti beekna, akkamitti ofirraa eegna(how to know and catch spywares)

Moosajii basaastuu akkamitti beekna, akkamitti ofirraa eegna(how to know and catch spywares) Lafa kana irra basaastuun nama qofa miti. Moosajiileen akka namaa ta’anii nubasaasan ykn waan nuti hojjannu fi odeeffannoo icciitii dhuunfaa keenyaa guuranii qaama barbaaduuf dabarsan heddutu jira. Moosajiileen kunneen hedduun isaanii yeroo interneeta irraa ykn yeroo interneeta fayyadamnu bifa adda addaatiin gara keenya […]

Marsaalee Ammee

Osoo internet guutumaa guutuutti cufamee haala kamiin ergaa walii dabarsuun dandayama

Osoo internet guutumaa guutuutti cufamee haala kamiin ergaa walii dabarsuun dandayama: Farhaan Abdulsalaam Teknolojii keessatti bu’aa gamtoomuun qabu keessaa inni tokko kana. Yoo gamtaan irratti walii galame wanni hin danda’amne hin jiru. Gamtoomnaan data mobaayilaa ykn intarneeta malee ergaa walii dabarsuun ni dandayama. Akkamitti? Appilikeeshina ‘FireChat’ jedhamutu jira. Inni kunis wireless mesh network (WMN) fayyadamuun […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Fayyadamaa[App} Mobile Barbaachisoo kanneen Fayyadamaa ilaalaa

Fayyadamaa[App] Mobile Barbaachisoo kanneen Fayyadamaa Fayyadamaa[App} Mobile kanneen yoo fayyadamne waan irratti nu gargaaruu danda’an waan ta’eef mee gadi buufadhaa yaalaa ilaalaa. 1)IDM – Download Manager: Appn kun Kanaan dura Koompitara keenya irratti faayiloota saffisaan naqachuuf(download) gochuuf kan nu tajaajilaa ture yoo ta’u, amma immoo bilbiloota Android irrattis faayiloota saffisaan akka naqannuuf tajaajila kennaa jira. […]

Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Facebook Tajaajila NYAATA Toorarraa ajajachuu(Food Ordering Service) Eegale

Dhaabbanni Facebook Tajaajila NYAATA Toorarraa ajajachuu(Food Ordering Service) Eegale Mark Zuukerbargi ammas waan haaraa qabatee nuuf dhufeera. Amma irraa eegaltannii Facebook fayyadamuun nyaata ajajachuu akka dandeessan beeksiseera. Kunimmoo tajaajiloota asiin dura karaa toorarraan ntaata ajajachuutiin garaagarummaa kan qabuudha. Akka dhaabbanni Facebook jedhutti, HaalumaMana nyaataa irratti hundaa’uun Nyaaticha ajajame ofii fudhachuu ykn iddoo barbaadametti akka geeffamutu […]