Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne: OROMO ICT
Jecha Darbii(Password
#Laptops ykn Koompitaraa keenya #password yoo irraanfanne osoo hin qulqulleessine(
Kallattii 4 isinitti agarsiifna
#Jalqabarratti wanti isin barbaachisu #Moosajii tokko.
Tartiiba armaan gadii isinitti agarsaisnu keessaa kan isiniif salphatu filadhaa.
1)Backtruck Opreting Sistom Internet irraa gadi buufadhaa ( #Download godhaa)
2) OpretingSistom gadibuuftan sanaMatadureewa
3) Flash Disk irratti kan OpretingSistom F12 dhaan kaasaa
4)System 32 keessa seentanii #Sethc maqaa jijjiiruudhaan,
5) Sana booda Comuter –ShutDown- gochuun Flash Disk boot goone irraa buqqisuu
6)Deebisnee #On gochuun Windows itti fayyadamnu ni dhufa
7) Jecha Darbii(Password
9) CMD Command yerooo nuuf dhufu
10)Net user %username%, Password barbaadnu galchuun #reset gochuu dandeenya.
OROMO ICT
HORAA BULAA[sgmb id=”1″]
Deyas
February 2, 2018Baay’ee namatti tola, garuu barreffama keessan hamma dandaa’ameen ifa ykn haala salphaatti hubatamuu danda’uun tartiibessitanii osoo nuu keessaniihin jedha. galatoomaa!
Gudeta
February 26, 2018Duraan dursa galatoomaa. Itti aansuun jecha darbii laptop kan BIOS’n hidhame yoo irraanfanne akkamiin banachuu dandeenya?