Akka miidiyaaleen Addunyaa gurguddoon akka CNN, The Guardian, BBC gabaasaa jiranitti yoo xiqqaate fayyadamtoota feesbuukii Mil.30 ol ta’an jalaa Odeeffannoon dhuunfaa akka lakkoofsa bilbilaa, Email-address fa’a hattoota Interneetaa(Hackers) hatamuu himame. Kunis Hanna guddaa jalqabaa ta’ee seenaa dhaabbatichaa keessatti galmaayeera. Hattootni Interneetaa kun fayyadamtoota Mil.14 oljalaa immoo odeeffannoowwan dabalataa kanneen akka ‘Iddoo jireenya dhuunfaa fayyadamtootaa, Hariiroo […]
Akkuma beekamu namootni hedduun feesbuukii isaanii Lakkoofsa bilbila isaanii akkuma E-mail isaanitti fayyamee banachuudhaan fayyadamaa jiru. Sababni isaa waan lama irraa madda – Isaanis: 1ffaa- Dhaabbanni feesbuukii lakkoofsi bilbila nama kamiiyyuu garaga akka ta’eefi icciitii dhuunfaa nama tokkoo too’achuuf mala salphaadha jedhee waan amanuuf lakkoofsa bilbilaatiin namootni akka eenyummeessaa(account) akka banatan ni hayyama. 2ffaa- Teessoo […]
Eenyummeessaa Feesbuukii BILBILAAN Baname akkamitti gara #E-MAIL jijjiirachuu dandeenna? Yeroo ammaa Addunyaa guutuu irraa, iddoo gahiinsi(covarage) Interneetaa jiru hundarraa ummanni keenya irra caalaan tajaajila Feesbuukii fayyadamaa jira. Tajaajila Feesbuukii argachuuf Maamilli(user) tokko duraan dursee Teessoo Ergaa(e-mail) ykn Lakkoofsa Blbila hojjachaa jiruu qabaachuu qaba. Kanumarraa ka’uun fayyadamtootni tajaajila Feesbuukii hedduun isaanii, keessattuu biyyoota guddina irra jiran […]