Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Lakkada Icciitenya Bilbila Android[Android Secret Code]

Lakkada Icciitenya Bilbila Android [Android Secret codes]
——————————

 

#Lakkada[Code] Bilbila #Android kana Namni hedduu irra deddeebitanii nu gaafachaa jirtu.

#Ofeeggannoo: Lakkadda[Code] armaan gadii keessa kan Deetaa qafoo sana keessa jiru #guutumattiballeessu waan jiruuf, fkn Kan akka Factory #reset fa’a bilbila Qulqulleessuuf[ #format] gochuuf kan fayyadu waan ta’eef osoo hin beekin akka hin fayyadamne #ofeeggannoo godhaa!

1. Phone Information, Usage and Battery – *#*#4636#*#* 
2. IMEI Number – *#06#
3. Enter Service Menu On Newer Phones – *#0*…#
4. Detailed Camera Information – *#*#34971539#*# *
5. Backup All Media Files – *#*#273282*255* 663282*#*#* 
6. Wireless LAN Test – *#*#232339#*#*
7. Enable Test Mode for Service – *#*#197328640#* #*
8. Back-light Test – *#*#0842#*#*
9. Test the Touchscreen – *#*#2664#*#*
10. Vibration Test – *#*#0842#*#*
11. FTA Software Version – *#*#1111#*#*
12. Complete Software and Hardware Info – *#12580*369# 
13. Diagnostic Configuration – *#9090# 
14. USB Logging Control – *#872564# 
15. System Dump Mode – *#9900# 
16. HSDPA/HSUPA Control Menu – *#301279#
17. View Phone Lock Status – *#7465625#
18. Reset the Data Partition to Factory State – *#*#7780#*#*
19. Format Your Device To Factory State(will delete everything on your phone) – *2767*3855#
20. Hidden Service Menu For Motorola Droid – ##7764726


HORAA BULAA
O R O M O I C T[sgmb id=”1″]

Author

abdiisaa

Comments (2)

  1. Abdumalik Faki Wariyoo Araarsa Boruuti
    February 13, 2017

    nuuf jiraadha
    nu barsisuu fi diina hiraarsuu hin dhiisina
    yaa foon koo

  2. Elias Mahammad
    March 4, 2017

    duraan dursee utubaa biyyaa ta’aa! itti Ansee Samsung galaxy note 4 haarawa yeroon simcardi itti galchu sim network unlock pin nagaafatte, na gargaaru ni dandeessu?

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *