Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneetaa Hirdhisan
Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneeta[Broa
dband, Wi-Fi, 4G, 3G, EVDO, CDMA] Keenyaa hirdhisuu danda’an
Saffisni Tajaajila Interneetaa ofii isaatii gadi hin bu’u ykn hin dadhabu. Saffisni Interneeta isin fayyadamaa jirtanii yoo dadhabaa ta’e, Saba malee miti.
Sababootni Saffisa Interneetaa takaaluu danda’an keessaa muraasni:
• Mi’ootni[device
• Hombololeettii/
• Dhaabbata Tajaajila Raabsu(ISP) fakk: ethiotelecom irraa yoo ta’e
• Fi Sababoota biroos jiru!
Haala kana hubannee Furmaata barbaaduu dandeenya.
OROMO ICT Yeroo dhiyotti Furmaata isaa isiniif maxxansa!
.
[sgmb id=”2″]
HORAA BULAA DEEBANA
OROMO ICT
abdi
February 14, 2017baareda itti fufaa
Bilaal
March 15, 2017Sababoota safisa interneetii hir’isaan kanaa maal yoo goonee hambisuu dandeenyaa
siinan
January 12, 2018baay’ee gaarii dha .itti fufa
Gadisa Worku
May 30, 2018Jajjabadhuu leencaa oromoo baarnootaa gorguddoo sabaa keenyaaf kennaa jirtaa .beenyaan kee bilisummàa ummataa oromootii. !! Qabsoon keenyaa itti fufaa !
Getu
February 5, 2019Nuuf jiraadhaa! ammallee barsiisummaan keessan itti haa fufu!