Qafoo Ammayyaawaa irratti Ergaan gabaabaan ergamu Yakka Hanna Odeeffannoo Saayibariitiif akka Fayyadamtoota saaxiluu danda’u beektuu?
yeroo ammaa tajaajilli Ergaa gabaabaa(Short SMS) jedhamu kan feesbuukiin maamiloota isaatiif tajaajila deeggarsaafi mirkaneessaa ittiin kennuun maamiltoota isaa deeggaru akka hojjachaa hin jirre barameera.
MM Dr.Abiy, Torbaan darbe Ibsa Gaazexeessitootaaf yemmuu kennan Gaffii Gaazexeessitootarraa dheyaateef keessaa tokko, Gaaffii Cufamuu INTERNEETAA ture.
Muummuchi deebii yoo deebisan akka jedhanitti ‘ Lubbuu Lammiileefi Qabeenya biyyattii oolchuu barbaachisaa ta’ee yoo argame Torbaan qofa osoo hin taane guutumatti cufuu ni danda’ama’ yoo jedhan dhageenyeerra. Haatahuu malee, mootummaan seera kamiin Interneeta cufa?
Mootummaan tajaajiloota Telekoomii Cufee olkaayuuf mirga hin qabu | Mootummaan rakkoolee tasa mudatanii biyya burjaajessan taasgabbeessuuf Interneeta dabalatee tajaajiloota biroo yeroodhaaf cufuu danda’a, Cufanii olkaayuun garuu Sagalee Ummataa Ukkaamsuufi burjaajiifi kisaaraa biraatiif biyya saaxila.
Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun maal fayyada, maaltu fooyya’a? Dhuunfaan, Hawaasni, Dhaabbileen akkasumas biyyi hoo?
Ogeeyyotni Eegumsa Saayibarii Qorannoo adeemsisaniin Deeggarsa Mootummaatiin kan deeggaramu duulli aggaammii saayibarii jalqabuutu himame.Duula aggaammii jabaa kanaaf Biyyootni Afrikaa Giddugaleessaa, bahaafi Kibbaa xiyyeeffannoo keessa galuun himameera.
Itiyoo-telekoom tajaajila bilbila moobaayilii kennuu erga jalqabee ganna 20 guute.
#Ethiotelecom maaf tan duraatuu dhabe?, Rakkoolee Dhaabbaticha keessa jiraniifi Madda Rakkoo Tajaajila Telekoomii Itoophiyaa, Hanqina Hooggansa Haaraa fi Rakkoolee Walxaxaa duraafi Ammas jiru fi Yaada Furmaataa
Namoonni hedduu viidiyoo tolaan daawwachuuf Yuutubii filatu. Haa ta’u malee, dawwachuufi ittiin beekamuuf qofa osoo hin taane madda galiis erga ta’e tureera.
- 1
- 2