Marsaalee ugguraman VPN operaatiin daawachuuf Har’a akkuma baratame, wanta guddaa tokko isiniif qooduu barbaade. Hedduun keenya moobayila keenyaafis haa tahuu koompiitara keenyaaf ‘browser’ gaariidha jennee kan filannu Opera dha. Sababni namni hedduun Opera filatuuf, saffisa isaa fi qusannoo inni maallaqaaf qabuuti. Bara darbe kaampaanichi moosaajilee maallaqa heddu fixan kan too’achuuf gargaaru, tajaajila Opera Max jedhamu […]
Bilbila isin jalaa bade yookiin hatame barbaaduuf: OROMO ICT Bara kana keessa bilbila gatuun keessattuu immoo bilbiloota haaraa hatuun beekkamaadha. Meeqaa keenyatu gatee quba of ciniinaa jira laata? Akkuma “kan waraane dagatus, kan waraanname hin dagatu” jedhamu sana kan moobayila ofii gate ykn jalaa hatamte hin dagatu. Osoo yaadaan isin hin fageessin mee gara dubbii […]
Bilbila Ammayyaawaa[SMART Phone] keessan Yeroo Hunda Qulqullinni isaa akka eeggametti Fayyadamuuf tartiiba armaan gadii hordofaa: Bilbilli keessan dandeettiin yeroo bitattan qabuufi yeroo xiqqoo ture qabu jijjiiramaa deemee, hirdhachuun gara dhumaatti dadhabaa ta’a. Dandeettiin bilbilli Smart phone keessan qabu akkasumatti yeroo dheeraa akka turuuf tartiiba armaan gadii hordofaa. Sirna Wiirtuu[Operating System [OS]] qafoo keessanii haaromsuu[keep update […]
Akkaataa Fuula[Page] Facebook Balleessuu[Delete] Gochuu dandeessaniin? Fuula[Page] sana Banaa Irra keessa[gubbaa] harka mirtgaa irra #setting cuqaasaa Sana Booda #General isa jedhu banaa Sana Booda #DeletePage isa jedhu cuqaasaa Dhumarrattii mirkaneessaa[Confirm] godhaa HORAA BULAA OROMO ICT
#Memory, #Flash ykn #SD Cardnuuf hojjachuu dide akkamitti sirreessina(how to repair)……..…OROMO ICT……. #share Dursa yoo deetaa isin fayyadu irraa qabaattan irraa qabaattan waan biraatti irraa garagalfadhaa. Itti aansuun memory yoo ta’e qabduu memory fayyadmanee, Flash/SD keenya koompuutaratti suuquu qabna. Sana booda tartiiba kana hordofaa….. CMD administrator mode dhaan banaa Sana booda ajaja barbaaddan hunda tartiiba […]
OROMO ICT Kutaa 1ffaa: Nama Facebook Maqaa/Suuraa keenya Fayyadamu Sa’aatii 24keessatti cufsiisuu
Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne!.#OROMO ICT….. #Waliifhiraa #Laptops ykn Koompitaraa keenya #password yoo irraanfanne osoo hin qulqulleessine( #format) osoo hin goone, #Faayilii osoo isin jalaa hin badne akkamitti akka banachuu dandeenyu…… OROMO ICT….. #share Kallattii 4 isinitti agarsiifna #Jalqabarratti wanti isin barbaachisu #Moosajii tokko. Tartiiba armaan gadii isinitti agarsaisnu keessaa kan isiniif salphatu filadhaa. 1)Backtruck […]
Koompuutara Haaraa Bitachuuf Ulaagaalee Barbaachisan: OROMO ICT Gaaffii Namootni Hedduu nu Gaafachaa jiran kinoo! #Ulaagaa Koompuutara bitachuuf Gargaaru…. Gaaffii Namni hedduu Gaafachutti jiru………..…OROMO ICT irraa, #share gochuun waliif dabarsaa Gaaffii hedduu namootni dhimma kana irratti kaasaniif #DEEBIIN qabatamaa kana jedhamee kennamu jiraachuu baatus, Gosootni Koompuutaroota hedduu waan jiruuf Gatii adda addaatiin argamau. Kun osoo akkasuma […]
Maloota Jecha Darbii[PASSWORD] FACBOOK Irraanfattan ittiin Argachuu Dandeessaniin: OROMO ICT Eenyummeessaa Facebook keessan yoo #email ykn #password irraanfattanii, isin jalaa cufamee tooftaalee sasalphaa armaan gadii hordofuun deebiftanii argachuu dandeessu. Tooftaaleen kunneenis Gaafilee icciitenyaa Koomputara FACEBOOK irraa nuuf ergamu tilmaamuu ykn deebisuun ta’a. Tartiiba kana hordofaa: Fuula Seensa FACEBOOK [Login Page] irra seentanii FORGET PASSWORD ykn CAN’T LOGIN isa jedhu […]
SEENAA QINQANII[Virus] Koompuutaraa Yoo waa’ee Qinqaanii(virus) koompiitaraa yaannu; vaayiresiin kunniin waan dhiyeenya kana Hattoota koompuutaraan(hackers) hojjatame jechuu dandeenya. Dhugaan jiru garuu kanaa miti. Vaayiresiin akka namoonni hedduun yaadan dhiyeenya kana kan uumame osoo hin taane bubbulee jira. Vaayireesiin jalqabaa “Brain Virus” jedhamu bara 1986tti obboleewwan lamaan lammii biyya Paakistaanii ta’an Amjad fi Basit Farooq uumame. […]