OFEEGGANNOO!! 👉🏻 Share (Waliif dabarsaa) Spyware[Software Basaastuu] Maali: Farhaan Abdulsalaamiin! Spyware (Softiweera basaastuu) : softiweera hamaa osoo ati hin beekin sitti ergamee odeeffannoo kompiyuutara keetirra jiru hayyama keetiin ala osoo ati quba hin qabaatin gara kompiyuutara biraatti dabarsuudha. Wanti inni godhuu dandayu cimina spyware saniitu murteessa. Fkf, kan iskiriina kompiyuutara keetii akkuma jirutti waraabuun […]
Akkaataa Faayiloota(files) ykn Ukaankaa[Folder] koompuutara Window irratti Dhoksuuf ykn Kan dhokate ilaaluuf Oolu… #share waliif godhaa Yeroo garagaraatti Deetaan/Faayila nama tokkoo hatuun keessattuu yeroo ammaa kana akka aadatti baratamaa dhufaa jira. Kunis Faayidaa dhuunfaatiif kan akka gurguratanii galii argachuu, Miidhaa nama sana irratti gaggeessuufi sababoota biroo hedduuf yommuu ta’u, hanni kunis kanraawwachuu danda’u maloota adda […]
Eenyummeessaa Facebook Guutumaan guututti isin jalaa cufamee Hiriyyaan keessan isiniif deebisuu akka danda’u beektuu? : #Gaaffii Yeroo Dheeraaf Nugaafachaa turtan #DEEBII isaa Eeyyen!, yeroo ammaa Dhaabbanni Facebook Tajaajila isaa karaa hedduu kan kenutti jiru yoo ta’eeyyuu, Namootni hedduun Bilbilli ykn Email banataniin jalaa badee ykn dagatanii Eenyummeessaa hiriyyoota heddu ittiin horatan, hordoftoota heddu kan ittiin […]
Deetaa ykn Faayila Hanga ammaa Facebook irra olkaayaa turtan akkamitti akka gadi buufattan:OROMO ICT
Deetaa ykn Faayila Hanga ammaa Facebook irra olkaayaa turtan akkamitti akka gadi buufattan Namootni hedduun waajjiira[eenyummeessaa] Facebook isaanii irratti waan heddu maxxansaa turan. Wantoota maxxansaa turan kanneen akka: Barreeffama Adda addaa Suuraalee adda addaa fikkf yeroo barbaadanitti deebi’anii argachuu ykn gadi buufachuun ni danda’ama. Dhaabbanni Facebook Gaaffii kana deebisuuf tajaajila ofiin of keessummeessuu qopheessee abbaan […]
9 Most Demanded Programming languages of 2016: OROMO ICT Glassdoor recently published a report on the top 25 lucrative, in-demand jobs. More than half of the jobs listed are in tech and require programming skills. If you’re interested in a fast-growing and lucrative career, you might want to make learning to code next on your […]
Top 10 Most Commonly asked Programming Questions in Java: OROMO ICT 1)What is the difference between String, StringBuilder, and StringBuffer in Java? The main difference is that String is immutable but both StringBuilder and StringBuffer are mutable. Also, StringBuilder is not synchronized like StringBuffer and that’s why a good faster and should be used for […]
What are the F1 through F12 keys? Commonly known as function keys on a computer keyboard, F1 through F12 may have a variety of different uses or no use at all. The operating system installed on the computer and the software program that is currently open dictates how each of these keys operate. A program is capable […]
kabajamtootaa fi jaalatamtoota oromo ict akkam jirtu? nageenyi badhaadhaa? ni yaadattu yoo tahe fuula keenya facebook irratti, marsaan bootstrap hojjachuuf kan isin gargaaru, madda banaa/open source/ tokko isiniif maxxansina jennee turre. Nutis waadaa keenya eegnee, maddiocha kana qabannee dhufnee jirra. Isinis hidha itti aanu kana irraa buufachuudhaan, akka fedhii keessaniitti itti fayyadamuu dandeessu. Madda banaa […]
Deetaa Kuustuu[computer, Memory, SD Card ykn Flash] irraa bade/dhokate deebifachuu dandeessu: OROMO ICT Daataa Kuustuu[Computer, Memory, SD Card ykn Flash] Keessan irraa dhabdanii beektuu? Eeyyen, namootni hedduu deetaa[file] barbaadan yeroo hedduu saboota garagaraatiin jalaa dhokata ykn bada. Isaan keessaa • Osoo hin beekin Qulqulleessuu [formating files] • Balleessuu[Deleting files] • Qinqaanii Faalamuu kuustuu sanaa [affected […]
Hiriyyaa Amanamaa[Trusted Contacts] Eenyummeessaa Facebook keessan yeroo barbaaddanitti, ykn yeroo rakkinnatti Hiriyyaan keessan isiniif too’achuu akka danda’u beektuu? Kanaan booda Hayyootni/Beektotni, Namootni Facebook irratti beekkamtii guddaa qabaniif hordoftoota heddu qaban fi namni kamuu Eenyummeessaan[account] keenya hatame, cabe, jallate, rakkoo godhate, dhukkubsate, Mataaan Bowwaafate fi kkf jechuun hin jiru. Eeyyen! mala kana fayyadamna taanaa: Teessoo […]