Marsaalee Ammee

Minsteerri Innooveeshinii Fi Teeknooloojii, Siistam Paawar Wajjiin Waliigaltee Malatteesse

Minsteerri Innoveeshinii fi Teeknooloojii dhaabbata Siistam Paawar waliin waliigaltee hojii mallatteesse. Waaliigaltichi misooma innoveeshinii fi ijaarsa wiirtuu innoveeshiniif, carraa hojii uumuu innoveeshinii fi teeknooloojii, gargaarsa faayinaasii innoveeshinii fi bu’aa proojaktii teeknooloojii, hojiilee qorannoo innoveeshinii fi bu’aan teeknooloojii gahee diinagdee guddisuu fi carraa hojii uumuu ilaalchisee fi dhimmoota biroo irratti waliin hojjachuu kan dandeessisu jedhameera. Waliigalticha […]

Marsaalee Ammee

Tajaajilli Intarneetii Dhaloota 5ffaa Jalqabaa Buufata Baaburaa Shaangaayitti Ifoome

Tajaajilli intarneetii dhaloota 5ffaa jalqabaa buufata baaburaa Shaangaayitti ifoome.   Tajaajilli intarneetii dhaloota 5ffaa kun yoo ifoomu addunyaarratti kan jalqabaati.   Tajajailichis Chaayinaa magaalaa Shaangaay buufata baaburaa Hoongishiyaamitti ifoomera.   Tajaajilichas hojjettoonni baaburaa fi imaltoonni yaalaa jiru.   Maamiltoonnii fi hojjettoonni baaburichaa miiliyoona 60 ta’an tajajaila intarneetii dhaloota 5ffaa kanatti fayyadamuu eegalaniiru.   Tajaajilichi sakandii […]

Marsaalee Ammee

Kaappitaal 54 Hojii Teeknooloojii Deeggaruuf Birriii Miiliyoona 6 Gumaache

Kaappitaal 54 hojii teeknooloojii Ityoophiyaa deeggaruuf Birriii miiliyoona 6 gumaache. Dhaabbatichi Ityoophiyaatti dameewwan addaddaarratti bobba’ee hojjechaa jira. Hojiileen qorannaa bu’aa, tajaajilaa fi qabeenyatti akka geeddaraman, carraa hojii teeknooloojii jajjabeessuufi marsaa jalqabaatin Birrii miiliyoona 6 kan gumaache. Waliigaltee tumsaas ministir deettaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Shuumatee Gizaawii fi hundeessaan Kaappitaal 54 Sa’iid Awwayid mallatteessaniiru. Maddi: FBC

Hanna Feesbuukii Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Feesbuukii Dhaabbilee Dorgomtootasaa ta’an basaasuuf Fayyadamaa[App] fayyadameera.

Dhaabbanni Feesbuukii Fayyadamaa icciitenyaa fayyadamuudhaan dhaabbilee dorgomtootaa basaasaa turuu Paarlaamaan Ingliizi ifoomseera.
Feesbuukiin Fayyadamaa ONAVO kan Abjataa cimdaa Mattayyaa(Virtual private Network-VPN) fayyadmuudhaan Tekinoolojii Dhaabbilee dorgomtootasaafi fakkaattota basaasaa turuun himameera.

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Qeeqa BBC Afaan Oromoo Maxxansa Tekinoolojii kan mataduree ‘Mallattoo 7n butamuu bilbilaa argarsiisan jedhurratti.

Gaazexeessitoota Teenya Dhaabbata BBC Afaan Oromootiif.– #Ergaa kana share godhaa BBC News Afaan Oromotiin naa gahaa ******************************************************* Gaazexeessitootni keenya BBC Afaan Oromoo keessa jirtan Hojii boonsaafi saba keenya ceesisu yeroo gabaabduu keessatti hojjattanii nutti agarsiiftanii jirtu, gara fuulduraa hanga akka hojjachuu dandeessaniif humna jabaa isin keessa jiru ifatti raggaasifattanii jirtu. Haa tahuu malee Yeroo add […]