Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya: oroict.com solutions
Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu.
Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu. Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya kan jedhuuf Furmaatni Isaa Salphaafi Gabaabaadha.
Tartiiba kana Hordofaa
- Hatattamaan Bishaan keessaa fuudhaa cufaa[Turn off power]
- Hatattamaan dhagaa keessaa Baasaa[Remove Battery]
- Akkasumas SIM illee keessaa baasaa[also Remove SIM Card]
- Vaakuum Fayyadamaa[Use Vacuum]
- Korojoo Rice jedhu fayyadaa[use Rice bags]
Haala kanaan Bilbila keenya Balaa jalaa oolfachuu dandeenya!
Horaa Bulaa
OROMO ICT[sgmb id=”1″]
ifarganblog
April 15, 2018vacuum fayyadamaa,korojo rice jechuun maali? ibsa gahaa
Qayyo heydar
January 24, 2019Jabaadha