Mala salphaa Deetaa ykn Faayilii Bade ykn dhokate ittiin argachuu dandeessaniin
Mala salphaa Deetaa ykn Faayilii Bade ykn dhokate ittiin argachuu dandeessaniin
Daataan ykn Faayilli koo Na jalaa bade, Virus dhokse jechuun hin jiru.
KOOMPITARA, FLAASHOTAAf, MEEMORII KEESSATTI FAAYILOOTA YKN DAATAA DHOKATE AKKAMITTI ARGACHUU DANDEENYA
1 Koompitaroota ykn Flaashota/meemorii irraa dataa ykn Faayila yoo dhabdan Mala Armaan Gadii kana Fayyadamaa ni argattuu…………….
1. :- Gama CMD Commandtiin
a) CMD(Command Prompt) Banaa
b) command dhaan drive daataan itti dhokate keessa seenaa. Fkn: Desktop irratti dhokatee jira yoo ta’e, cd Desktop jedhaa barreessaa
c) “attrib -s -h /s /d *.*” command kana barreessaa enter tuqaa.
Hub: Kun Mala Salphaa dha.
2. Manually Koomputera keenya keessa seennee sirreessuun
a) Start Cuqaasaa
b) Control Panal Seenaa
c) Appearance and Personalization cuqaasaa
d) View isa jedhu cuqaasaa
e) Advanced Setting argattu.
f) Show Hidden Files, Folders, and drives isa jedhu cuqaasaa
g) OK cuqaasaa
HORAA BULAA
OROMO ICT
Hussein Muhammad
August 27, 2017Waan gaggaarii hojjataa jirtu jabaadhaa Rabbi is in haa gargaaru.
GIRMAA HUQQAA
November 8, 2017B/GAARIIDHA
Nure Nuri
November 8, 2017Odeefanoo barsiisaaf barbaachisaa dha galatoomaa!!
Nure Nuri
November 8, 2017Odeefanoo barbaachisaaf barsiisaa ta`e dha. Galatoomaa!!
Faris
March 29, 2019Hojiin keessan hedduu nama boonsa baayyee galatoomaa dhaloota ko