Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!
Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!
Namootni hedduun bilbila qabachuu malee Tajaajila barbaachisu hangamtu irraa argachaa jira jennee yoo madaalle, tilmaama keessa seenuun nama rakkisa.
Hundaafuu Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala.
- Namni yoo isiniif Bilbilu “Bilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan:
- *21*900# ykn
- Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun lakkoofsa keessanitti deebisaa hidhaa[divert] fkn *21*091234567#
- Guutummaa Ergaa bilbila keessanii bilbila biraarratti hidhuuf[divert] gochuuf
- *21*0912345678# 0912345678 lakkofsa irratti divert gootaniidha.
- #21# divert irraa balleessuuf
- *#21# odeeffannoo divert ta’emoo hin taane jedhu argachuuf
- Bilbilli keessan yeroo Jaatanaawaa[Busy] ta’e qofa bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:
- *67*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
- #67# irraa Haquuf
- Bilbilli keessan yoo isin kaasuu dhabdan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:
- * 61*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
- #61# irraa Haquuf
- Bilbilli keessan yoo isin Sarara Gahiinsaa[Network] ala jirtan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:
- * 62*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
- #62# irraa Haquuf
- Osoo isin nama biraa wajjiin haasawutti jirtan namni biraa yoo isinii bilbile, Akka sararatti isin eegu koompuutarri akka itti himu[Call Waiting] tajaajilamuuf:
- *43# Kakaasuuf[to activate]
- #43# Irraa Haquuf
- *#43# akka irra jiruuf hin jirre ilaaluuf
Odeeffannoo Biraatiin hanga walitti deebinuuf HORAA BULAA
OROMO ICT | Qubee Technologies
BELAY
February 13, 2017Wow Galatooma namatti tola
Tahir Awel
February 13, 2017Galatomaa
Barumsii isiin qopheessiitan hundii baay’ee namattii.
Galataa gudda qabduu barsiisoota.
Haalumaa kannani itti fufaa.
nanat
February 13, 2017Biyya alaaf keessatti nifayyadamoo biyya keessa qofa
Abbabee Iddoosaa
February 14, 2017Galatoomaa barumsa guddaa isnirraa argachaa jirra.
Yomiyu Sabaf
February 14, 2017Baay’ee galatoomaa
kibru
February 14, 2017galatoonii beekumsa guddaa dha
Yonas Abera
February 16, 2017Baayyen isiin jaaladha nuuf jiraadhaa
umuriin keessan nuuf haa dheeratu
barumsaa keessaniif gudaa(…) galatooma
husein abdo
February 19, 2017Galatoma heddu gaffin qabba gaffin tiyya mobaili samsung sgh i897qabba garru applikeshina dawunlod naf godhu didde play stor kessahis tahe webirrahis mallin godhu qabba? Gallatoma
Abera Diro Fufa
March 3, 2017Ani dhugaa dubbachuuf barataa computer science to garuu barumsan mooraa keessatti argadhurra kan keessantu hubannoo guddaa naaf kenne kennaa jiras galatoomaa lammiiwwan ko !!
Bilaal
November 2, 2017Akkam jirtuu barsiistootaa OROMOO ICT Networki bilbilaa haaraa tokko akkamiti banuu dandeenyaa ibsa gahaa isin eegaa dha
OROMO ICT
November 3, 2017Yoo hin galmoofne tahe Waajjira Gumuruuka naannoo keessniitti galmeessuu, yoo haaraa dhiyeenya bitame immoo SIM yoo itti galchitan hojjachuu qaba
Neway
January 12, 2019Galatomaa gaaffiin qaba datan bilbilaa kootii tooftaa isiin jaatan hundaa fayyadame mallaqa na qusachuu dide qafoon koo garuu tecno dha
husiyya0924@gmail.com
November 3, 2017Guddaa galatoomaa Wanti isin hojjachaa jirtan waan yeroon barbaaduu fi Dirqama Saba keessan afaan isaatiin gargaaruu qabdan bahaati jirtu baay’ee natti toltu jajjabaadhaa Qomoo koo.
saged
June 29, 2018bayyee galatooma bekumsa bayee irra arganee ittii nu fufaa
habtamuberki
January 29, 2019bilbila cufame ykn kan neetorki hinqabne akkamiin banuu dandeenya?
Sa'iid muhuddiin
September 24, 2020Haala hordoffii bilbilaa kan akka hin mullane akka gochuu qabnu yoo nuhordofsiista baayyee gaariidha
Muzemil Mohammed
March 4, 2021Muzemil Mohammed
Muzemil Mohammed
March 4, 2021Galata guddaa qabda baay’ee galatoomi