Moosajii basaastuu akkamitti beekna, akkamitti ofirraa eegna(how to know and catch spywares) Lafa kana irra basaastuun nama qofa miti. Moosajiileen akka namaa ta’anii nubasaasan ykn waan nuti hojjannu fi odeeffannoo icciitii dhuunfaa keenyaa guuranii qaama barbaaduuf dabarsan heddutu jira. Moosajiileen kunneen hedduun isaanii yeroo interneeta irraa ykn yeroo interneeta fayyadamnu bifa adda addaatiin gara keenya […]