Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Mala Salphaan fayyadamuun Ergaa(E-mail: Outlook, gmail, Yahoo) isin jalaa bade deebifachuu dandeessu.

Mala Salphaan fayyadamuun Ergaa(E-mail: Outlook, gmail, Yahoo) isin jalaa bade deebifachuu dandeessu. Ergaa isin jalaa bade deebifachuuf tartiiba kanaa gadii duuka bu’aa. 1) Outlook irraa ergaa bade deebifachuuf, Teessoo ergaa keessan keessa seentanii gara gubbaa irraa ‘Recovery deleted items’ isa jedhu keessa barbaaddanii argattu. Suuraa armaan gadii ilaalaa Sana booda ‘Recover’ jennee – OK jenna […]