‘SmartPhone’ – Dr Nuredin Luke ~ Ifni moobayilafi meeshalee ‘electronics’ keenya irraa ifu qaama ija keenyaa reetinaa kan jedhamu miidha. Guyyatti sa’aa hedduuf ifa kanaaf yoo of saaxille (keessatu galgala ykn yeroo dukkanaa) turtii yeroo dheeraan booda ijji keenya waan nu fuuldura jiru akka qulqullefattee hin argine godha. ~ Guyyatti sa’aa dheeraaf ifa kanaaf of […]
KOOMPUUTARAA FI IJA KEENYA. Dr. Gurmeessaa Namoota yeroo dheeraaf koompuutera fayyadamtan yikaan moobayila irraa chat gootaniif akka iji keessan hin miidhamne eeggannoowwan akkamii gochuu qabduu? Sadarkaa ifaa (brightness) koompuutera keessanii akka inni ifa naannoo keessa jirtanii waliin walfakkaatutti adjust godhadhaa. Fakkeenyaaf screen computeera keessanii fuula keessanitti akka madda ifaatti ifa baasaa jira taanaan ol […]