Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Interneeta Bilbila keessan irratti bantanii Koompuutara keessan irratti Fayyadamuu dandeessu: OROMO ICT

Interneeta Bilbila keessan irratti bantanii Koompuutara keessan irratti Fayyadamuu  dandeessu: OROMO ICT Eeyyen, Bilbila keenya keessattuu SIM 3G fi isaa oli fayyadamna yoo ta’e, Tajaajila interneetaa Bilbila irratti baname, Mala salphaa ta’een koomputara keenyaan walqunnamsiifnee fayyadamuu dandeenya. Kunis mala salphaafi baayyee gaarii ta’e keessaa “Wi-Fi Hotspot” Bilbila keenyaa banuudha. Malli kun mala koompitarri(laptop) keenyaan salphatti […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila bade Fageenyarraa itti bilbiluu(Ring), Saamsuu(Lock), Qulqulleessuu(Erase) ykn Faana dhahuu(Track location)

Bilbila isin/hiriyyaa keessan Jalaa bade Fageenyarraa itti bilbiluu(Ring), Saamsuu(Lock), Qulqulleessuu(Erase) ykn Faana dhahuu(Track location): OROMO ICT Bilbila nu jalaa bade ykn hatame ykn biyya biraatti irraanfanne, Fageenya irraa itti bilbiluu(ring), Saamsuu(lock) ykn Qulqulleessuu(Erase or format) gochuufi Bilbilichi sun naannoo kami akka jiru(show your device’s location)  ilaaluu dandeenya. Bilbila keenya yoo hattuun fudhattes ta’ee yoo biyya […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila nu jalaa bade/hatame, Fageenya irraa itti bilbiluu(ring), Saamsuu(lock) ykn Qulqulleessuu(Erase or format) gochuufi iddoo inni jiru ilaaluuf: OROMO ICT

Bilbila nu jalaa bade/hatame, Fageenya irraa itti bilbiluu(ring), Saamsuu(lock) ykn Qulqulleessuu(Erase or format) gochuufi iddoo inni jiru ilaaluuf: OROMO ICT   Yeroo ammaa bilbilli jireenya keenya keessatti iddoo olaanaa qabachuu bira darbee gahee guddaa taphachaa jira. Namootni hojii hedduu haala salphaan hojjachuuf dandeessiseera. Hojii xaxamaafi dadhabsiisaa turan haala salphaafi yeroo gabaabaa keessatti  akka hojjatamuuf dandii […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Hiriyyoota Facebook Hadoodan(INACTIVE) ta’an yeroo tokkoon tooftaa ofirraa qulqulleessuu/balleessuuf(Deleting Inactive Facebook inactive Friends in Bulk)

Hiriyyoota Facebook  Hadoodan(INACTIVE) ta’an yeroo tokkoon tooftaa ofirraa qulqulleessuu/balleessuuf(Deleting Inactive Facebook inactive Friends in Bulk):  KUTAA 1ffaa: OROMO ICT Tajaajila dhaabbanii guddichi marsaa hawaasaa FACEBOOK maamiltoota isaatiif kennu keessaa tokko, maamiltoonni ykn fayyadamtootni hiriyyummaa akka walgaafatan gochuudha. Haaluma kanaan namni maamila dhaabbaticha kanaa ta’e tokko yoo fedhe nama biroo)firasaa, hiriyyaa dhiyotti walbeekuun, maatiisaa, hiriyyoota fageenyi […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

miidhaa sql injection marsaalee irratti dhaqqabsiisuu[kutaa 2ffaa fi isa xumuraa]

XIYYEEFFANNOO wanti nuti barreesine kun barnootaa fi hubannoof haa ta’uuf qofa. Haala nuti barreesine kana hordofee namni kamiiyuu yoo weebsaayitii nama tokko yookiin dhaabbata tokkoo irraan miidhaa geesse nuti itti gaafatamummaa kan hin fudhanne tahuu beekuu qabdu!! kkam naga keessanii jedhee jira hunda keessanuu. Guyyaa darbe akkaataa mala SQL injection jedhamu fayyadamuun weebsaayitiilee hack ittiin godhan […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

miidhaa sql injection marsaalee irratti dhaqqabsiisuu[kutaa 1ffaa]

Maxxansa kana dubbistee miidhaa kamiiyyuu marsaalee garagaraa irratti yoo kan adeemsiftu taate, nuti itti gaafatamummaa kan hin fudhanne tahuu isin beeksifna. kaayyoon barreeffama kanaa barnoota isin barsiisuuf qofaadha!! Har’a akkaataa website garagaraa tooftaa SQL injection jedhamu fayyadamuun hack ittiin godhuun danda’amu haala salphaa fi ifa ta’een barreessuuf yaalee jira dubbisaa. SQL injection jechuun maali? SQL […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Bibila bade irraa akkamitti Facebook keenya Cufuu[Logout] dandeenya? OROMO ICT

Bibila bade irraa akkamitti Facebook keenya  Cufuu[Logout] dandeenya? Namni hedduu facebook bilbilasaarratti yemmuu fayyadamu irra deddeebi’ee waan banuuf Bilbilli nama sanaa Eenyummeessaa[account] nama sanaa [email/bilbilaafi jecha darbii[ Password] isaallee ni yaadata. Kanaafuu namni Bilbila sana argate bilbila sana ooo daataan hin badin banannaan Facebook nama sanaa salphatti seena jechuudha. Eeyyen namni hedduu guyyaa guyyatti bilbila […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Maloota Koompuutara keenya Boqochiisuuf Fayyadan: OROMO ICT

Koompuutara keenya Haala Kamiin Boqachiisuu dandeenya? Koompuutarri keenya akkuma keenya ni dadhaba. Yeroo hojiin itti heddumatus saffisa duraan qabu dhabee dadhabaa dhufa. Mee hardha Koomputara Laptop keenya haala kamiin boqachiifna isa jedhu ilaalla. Maarree koompuutarri keenya yeroo hojii hedduu hojjate ykn saa’atii dheeraaf hojiirra ture ni dadhaba erga jennee malootni ykn tooftaan koompuuatara keenya boqochiifnuun […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Imo’n Maaliif Mallaqa Humnaa Ol Lakkaaya? OROMO ICT

Imo’n maaliif mallaqa humnaa ol lakkaaya? Eeyyen, Imon akkuma warra kaanii marsaa hawaasaa kan namni tokko sagaleen, suursagaleen, akkasumas barreeffamaan kan ittiin walqunnamuudha. Imon akkuma warren kaanii kan walqunnamtii hawaasaatiif hojjatame yommuu ta’u warreen kaanniin kan akka twitter, whatsup, facebook fa’a ta’us Imon maaliif mallaqa akka addaatti lakkaaya gaaffii jedhuuf immoo wantoota ijoo lama kaasuun […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Maloota 7’n Maxxansootni keessan kararraatti[Online] dhoobdan Hordoftoota hedduu bira akka isinii gahuuf hordofuu qabdan:OROMO ICT

Maloota 7’n Maxxansootni keessan kararraatti[Online] dhoobdan  Hordoftoota hedduu bira akka isinii gahuuf hordofuu qabdan. Maxxansootni karaarratti namni yeroo hedduu irra deddeebi’ee barreessu maaliif barreeffama, eenyuuf barreeffama, namni barreessu maaliif barreessa eenyuuf barreessa jedhee of gaafatee beekaa namni hedduu? Maxxansoota keenya karaarratti[online] barreessinu namoota hedduu bira akka gahu namni hin barbaadne hin jiru. Garuu akkaataa kamiin […]