Comments (6)

  1. Tahir Awel
    February 16, 2017

    Galatooma

  2. Nimona Oromo
    February 16, 2017

    Go to Facebook log in

  3. Tokkummaa
    February 17, 2017

    Galatoomaa jechaa anis waa xiqqoo itti dabala, innis Dhaabbanni Facebook default username(maqaa dhoksaa) ofii nuuf kenna. kanas kan argachuu dandeenyu privacy chortcuts kan jedhu keessa galuudhaan mallattoo furtuu kan qabu irratti cuqaasuun settings keessa erga seennee booda General Account settings seenuun username jedhee fuulduratti http://facebook.com/bedada akka fakkeenyaatti bedada kan jedhu sun isin garuu kan keessan galchuudhaan banachuunis ni dandahama yoo karaa maqaa isa jalqabaan isin dide. Galatoomaa OROMOICT galata guddaa qabdu!!

  4. Abduljabbaar Maammadaa Qabsoon Islaamummaaf
    August 11, 2017

    Galatoomaa!
    Baay’een isin jaaladha.

  5. Abduljabbaar Maammadaa Qabsoon Islaamummaaf
    August 11, 2017

    Bilbilli koo weebsaayitii https:// jedhu hunda hin hojjatu. Sababnisaa maali?
    E.g kan akka https://m.twitter.com/ fi kkf. fa’a mallattoo qulfii kaa’ee barbaada. Achi boodammoo open page error jedhee kuffisa.

    Garuu immoo website http:// kan p biraa s hin qabne ni hojjata.

    Maqaan mobaayila kootii X-TIGI dha.

    Furmaannisaa maali OROICT?!

  6. Abduljabbaar Maammadaa Qabsoon Islaamummaaf
    August 11, 2017

    Mobaayilli koos YOU TUBE naan hojjatu. Barbaadaa tumaan oola. “Ka’aa jira” hima jedha.
    Furmaannisaa maali OROMO ICT?!

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *