Of Eeggannoo Mobile, Kaardii Mobile fi Fayyaa Namaa: OROMO ICT
Of Eeggannoo Mobile, Kaardii Mobile fi Fayyaa Namaa: OROMO ICT
*Kaardii Mobile, qubaan hin quuncisinaa, Sababni isaa, lakkoofsi kaarsichaa kan haguugame #silverNitroOxide waan ta’eef, kaansarii gogaa(qaamaa) qaqqabsiisuuf waan danda’uuf.
*Baatriin bilbila keessanii yoo xiqqaatee diimaa agarsiise, bilbila ittiin hin haasa’inaa. Sababni isaa, yeroo kana #raadeshiiniin isaa harka 1000n kaan Caalaa waan dabaluuf.
*Bilbila keessan of jala keessanii rafuun haalaan dhoorkaadha.
*Bilbila keessan chaarjii irra keessanii #haasawuun haalaan dhoorkaadha.
*Mobile keessaan yoo ittiin odeessitan Gurra #bitaatiin fayyadamuun filatamaadha.
*Qoricha yoo fudhattan, bishaan Qorraadhaan hin fudhatinaa.
*Galgala saa’atii 11:00 booda nyaata ulfaataa hin fayyadaminaa.
*Ganama Ganama Bishaan haalaan fayyadamuun, galgala galgala xiqqeessuun batbaachisaa dha, fayyaa keessaniif.
*Saa’atiin hirribaaf gaariidha Jedhamu, halkan saa’atii 4:00 ~ waarii saa’atii 10:00 akka ta’e himama.
*Qoricha yoo fudhattan ykn nyaata yoo nyaattan, akuma nyaattaniin ykn fudhattaniin hin rafinaa….
OROMO ICT
[sgmb id=”2″][sgmb id=”1″]
Gutu dame
November 5, 2016Guddaa galatomi
Fufa Tujuba
November 5, 2016Galatoomaa
Gadaan gd biisumaa
November 5, 2016MaashaAllah galatooma warri oromo ICT
Abdishaa the great
November 6, 2016Bayyee gaaridha daddararoo jollee oromoo jabadhaa galatuumaa barumsaa gaariidhaa kanumaan ittii fuufaa jeedhaa
Abdishaa the great
November 6, 2016Nice
mohammed wabe
November 6, 2016hedduu galatooma akkana dhalootaaf yaaduun
Tahir Awel
November 7, 2016Barnootaa Baay’ee garii dha
Galatomaa.
Itti nuuf fufaa! !
megersa
November 12, 2017guddaa galatoomaa,qalamni keessan haa mirgisu!
Gadawbooromo
January 28, 2019Galatooma